Kasaa

Dirqalawwanii itti aanan, yeroo ati Hiika Fayyadamaa , akka akaakuu kasaatti filattu jiratu.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Insert - Table of Contents and Index - Table of Contents, Index or Bibliography - Type tab (when User-Defined is the selected type)


Kasaawwanii hiika fayyadamaa sanduqa Akaakuu keessaa jirachuu kan danda'aan, yammuu galfata kasaa galmee kee keessatti saagduudha.

Akaakuu fi Mataduree

Akaakuu fi mataduree kasaa ifteesi.

Akaakuu

Akaakuu kasaa isa saaguu barbaaddu filadhu. Filannoonii caancala kana irraa jiraachuuf, Akaakuu kasaa ati filattee irraatti hundaa'a. Yammuu Saagi - Kasaawwan fi Gabateewwan - Kasaawwan fi Gabateewwanfilatu, qareen kasaa keessaa yoo ta'e, kasiicha gulaaluu nidandeessa.

Mataduree

Kasaa filatameef mataduree galchi.

Geedaramawwan hojjaarkaa iraa hayyifamaa

Prevents the contents of the index from being changed. Manual changes that you make to an index are lost when the index is refreshed. If you want the cursor to scroll through a protected area, choose - LibreOffice Writer - Formatting Aids, and then select the Enable cursor check box in the Protected Areas section.

Kasaa uumiif

Galmee yk boqonnaa ammaa keessaa isa kamiif kasaa akka uumtu filadhu.

Irra uumi

Akkaataawwan

Akkaataawwan keewwataa isa ati qaaqa Akkaataawwan Ramadi keessatti akka galfatoota kasaatti ifteessitu itti dabala.Akkaataawwan keewwataa isa kasaa keessatti dabaluu barbaaddu filachuuf, qabduu Akkaataawwan Ramadi (...), isa mirga saanduqa kanaatti argamu cuqaasi.

Akkaataawwan Ramadi

Qaaqa, Akkaataawwan Ramadi jedhu,bakka ati kasaatti akkaataalee keewwataa ramaduu dandeessu siif bana.

Mallattoolee kasaa

Galfatootaa kasaa isa ati Saagi - Kasaalee fi Gabateewwan - Galfata filuun saagde sana kasaa keessatti dabala.

Gabatoolee

Kasaa keessatti gabateewwan dabaalla.

Saxaatoo

Kasaa keessatti saxaatoo dabaalla.

Godayyaalee barruu

Kasaa keessatti goodayyaalee dabaalla.

Wanta OLE

Kasaa keessatti wantoota OLE dabaalla.

Madda boqonnaa irraa sadarkaa fayyadami

Bakka sadarkaa mataduree boqonnaa keessaa sanii irratti hundaa'uun, gabatee, saxaatoo, goodayyaa barruu, akkasumas galfatoota kasaa wantaa OLE galcha.

Galafata kasaa qindeessuu