Kasaa
Dirqalaawwanii itti aanan, yeroo ati Kasaa Gabateewwanii , akka akaakuu kasaatti filattu jiraatu.
Akaakuu fi Mataduree
Akaakuu fi mataduree kasaa ifteesi.
Akaakuu
Akaakuu kasaa isa saaguu barbaaddu filadhu. Filannoonii caancala kana irraa jiraachuuf, Akaakuu kasaa ati filattee irraatti hundaa'a. Yammuu Saagi - Kasaawwan fi Gabateewwan - Kasaawwan fi Gabateewwanfilatu, qareen kasaa keessaa yoo ta'e, kasiicha gulaaluu nidandeessa.
Mataduree
Kasaa filatameef mataduree galchi.
Geedaramawwan hojjaarkaa iraa hayyifamaa
Prevents the contents of the index from being changed. Manual changes that you make to an index are lost when the index is refreshed. If you want the cursor to scroll through a protected area, choose LibreOffice - PreferencesTools - Options - LibreOffice Writer - Formatting Aids, and then select the Enable cursor check box in the Protected Areas section.
Irra uumi
Oddeefaannoo isa ulaagaa kasaa tokko uumuuf wal- qabsiifamu qabu ifteessi.
Qabiiwwan
Qabiiwwan wantaa irraa galfatoota kasaa uuma. Qabii tokko wantatti ida'uuf, wantichi filadhuutii, kana booda Saagi - Qabii fili.
Garsuu
Garsuu qabii, isa galfatoota kasaatiif fayyadamuu barbaaddu filadhu.
Agarsiisi
Qaama qabii isa galfatoota kasaatiif fayyadamuu barbaddu filadhu. Gabateen, itti aanu, dirqalaawwan kasaa, warra barruu qabii "Fakkiibsaa 24: The Sun", isa keessatti "Fakkiibsaa 24" ofumaan dhawaatamee fi "The Sun" ammoo fayyadamaadhaan idaa'amee ture, irratti hundaahuudhaan filatamuu danda'u, tarreessa.
Dirqalawwanii sanduqa tarree Agarsiisaa keessatti |
Galfata kasaa keessaa |
Barruu wabii |
Fakkiibsaa 24: Sanichi |
Garsuu fi Lakkoofsa |
Fakkiibsaa 24 |
Qabii |
Sanichi |
Yoo "Barruu Qabii" filattee, Bufatniif addaan fageenye jalqaba qabii, galfata kasaa keessatti hinmul'atan.
Maqaa wantaa
Maqaawwan wantaa irraa galfatootaa kasaa uuma. Nanna'aa keessatti maqaawwan wantaa mul'isuu nidandeessa. Fakkeenyaaf, bafata halqaraa keessattis akkasumas, jijjiiruu nidandeessa.