Kasaa

Dirqalawwanii itti aanan, yeroo ati Kasaa Aabaa, akka Akaakuu kasaatti filattu ni jiratu.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Insert - Table of Contents and Index - Table of Contents, Index or Bibliography - Type tab (when Alphabetical Index is the selected type)


Akaakuu fi Mataduree

Akaakuu fi mataduree kasaa ifteesi.

Akaakuu

Akaakuu kasaa isa saaguu barbaaddu filadhu. Filannoonii caancala kana irraa jiraachuuf, Akaakuu kasaa ati filattee irraatti hundaa'a. Yammuu Saagi - Kasaawwan fi Gabateewwan - Kasaawwan fi Gabateewwanfilatu, qareen kasaa keessaa yoo ta'e, kasiicha gulaaluu nidandeessa.

Mataduree

Kasaa filatameef mataduree galchi.

Geedaramawwan hojjaarkaa iraa hayyifamaa

Prevents the contents of the index from being changed. Manual changes that you make to an index are lost when the index is refreshed. If you want the cursor to scroll through a protected area, choose - LibreOffice Writer - Formatting Aids, and then select the Enable cursor check box in the Protected Areas section.

Kasaa uumiif

Galmee yk boqonnaa ammaa keessaa isa kamiif kasaa akka uumtu filadhu.

Dirqalawwan

Galfatoota walfakkaatan wal-qabsiisi

Galmee keessatti galfataalee kasaa walfakkaatoo, galfata baaqee, isa lakkofsaalee fuula galfatni irratti argamu tarreessuun bakka buusa. Fakkeenyaaf, galfataaleen "10 dawaadhu, 43 daawadhu" jedhan akka "10, 43 daawadhu" jedhanitti wal-qabsiifamu.

p yk pp jechuudhaan galfatoota walfakkaatan wal-qabsiisi

Galfataalee kasaa walfakkaatoo warra fuula tokkicha irratti, yk fuula walitti aanan irratti argaman, galfata baaqee, isa lakkoofsa fuulichaa keessatti galfata yeroo jalqabatiif argamu "p" yk "pp" jedhee tarreessuun bakka buusa. Fakkeenyaaf, galfataaleen "View 10, View 11, View 12" jedhan akka "View 10pp", fi "View 10, View 11"ammo akka "View 10p" jedhanitti wal-qabsiifamu.

Waliin wal-qabsiisi

Galfataalee kasaa walfakkaatoo warra fuula walitti aanan irratti argaman, galfata baaqee fi hangii lakkoofsaa galfatni irratti argamu ittiin bakka buusa. Fakkeenyaaf, galfataaleen jedhan akka "10 dawadhu, 11 daawadhu, 12 daawadhu" akka "10-12 dawadhu" jedhanitti wal-qabsiifamu.

Qub-suukanaawaa

Galfataalee kasaa walfakkatoo keessatti, qubeewwan guguddaa fi xixiqqaa gidduu, adda adda baasa. Afaan Eeshiyaaa warra ta'aniif qabannaa addataatu hojjeta. Dhufaatiin yeroo jalqabaa kan galfata galmee keessaa guddina fi xiqqina qube akka murteessu yoo barbaade, Galfatoota walfakkaatoo wal-qabsiisifiladhu.

Sajoo Yaaddannoo

Foyyadeenya sadarkaawwan adda addaa afaan Eeshiyaatiif yoo fayyadamuu barbaade, Qub-suukanaawaafiladhu. Foyyadeenya sadarkaawwan adda addaa sana keessatti, guddinaa fi xiqqinni akkasumas gubjaltootni galfatoota tuffatamanii, unkaalee dakoo galfatootaa qofatu walitti madaalama. Yoo unkaaleen isaanii walfakkaatoo tahan, gubjaltoota isaantu walitti madaalama. Yoo ammaalee unkaaleen isaanii walfakkaatoo tahan, guddinaa fi xiqqina qubee, yabbina arfiiwwan akkasumas addaddummaa Japanese Kana isaan gidduutu madalama.


Galfatoota OfiinQubguddaaassa

Jalqaba qubee galfata kasaa ofiin qubguddaaassa.

Furtuulee akka galfatoota foo'ameetti

Furtuulee kasaa akka galfatoota kasaa foo'ameetti saaga. Furtuun tokko akka sadarkaa gubbeetti, galfatootni furtichatti ramadamn ammoo akka galumsa galfatoota xiqqatti saagama.

Furtuu kasaa qindeessuuf, qaaqa Galfata Kasaa Saagi filadhu.

Faayilii walta'iinsa

Galfatoota kasaa, faayilii walta'iinsaa - tarree jechootaa kasaa tokko keessatti makuuf jecha, ofumaan mallatteessa.

Faayilii

Faayilii walta'iinsa tokko, filadhu, uumi, yk gulaali.

Sort

Galfatoota kasaa foo'insaaf, filannoo qindeessa.

Afaan

Galfatoota kasaa foo'insaa fayyadamuudhaaf, seera afaanii filadhu.

Akaakuu furtuu

Yoo lakkoofsoota gatiidhaan, akka 1, 2, 12 keessatti fo'uu barbaadduu, lakkoofsaan kan jedhu filadhu. Yeroo lakkoofsoota lakkaddaa arfiiwwan, akka 1, 12, 2 keessatti fo'uu barbaaddu ammoo, katabbii fayyadami.