Type

Caancala kana Akaakuu Kasaa isa saaguu barbaadduu, ifteessuu fi qindeessuudhaaf itti fayyadami.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Insert - Table of Contents and Index - Table of Contents, Index or Bibliography - Type tab (depending on the type)


Caancalii kun, Akaakuu kasaa isa filatte irratti hundaa'uun, dirqalawwan kanatti aanan qabaata.

Qabeentaa

The following options are available when you select Table of Contents as the index type.

Kasaa Tarree Qubeen

Dirqalawwanii itti aanan, yeroo ati Kasaa Aabaa, akka Akaakuu kasaatti filattu ni jiratu.

Kasaa Fakkiibsaa

Dirqalaawwan itti aanan, yeroo ati Kasaa Fakkiibsaa , akka Akaakuu kasaatti filattu jiraatu.

Kasaa Gabateewwanii

Dirqalaawwanii itti aanan, yeroo ati Kasaa Gabateewwanii , akka akaakuu kasaatti filattu jiraatu.

Hiika Fayyadamaa

Dirqalawwanii itti aanan, yeroo ati Hiika Fayyadamaa , akka akaakuu kasaatti filattu jiratu.

Gabatee wantootaa

Filannoon kanaan gaddii kan jirataan, yammuu akka Wantaa kan Gabatee , akka akaakuu kasaatti filatu dha.

Moorquusa

Dirqalaawwan itti aanan, yeroo ati Murquussaa, akka Akaakuu kasaatti filattu jiraatu.

Qabeentaaf Kasaawwan fayyadamuun

Saagi - Kasaawwaniif Gabateewwan - Galfata