Akkaataawwan

dhangeessa kan matadureewwan kasaa, gargareessotaa fi glfatoota kasaa jijjiiruuf akaataalee keewwataa adda addaa ramadu dandeessa. Akkasumas, akaataalee keewwataa qaaqa kana keessatti fooyyessuu nidandeessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Insert - Table of Contents and Index - Table of Contents, Index or Bibliography - Styles tab


Ramadama

Sadarkaalee

Sadarkaa kasaa isa dhangeessa isaa jijjiiruuf barbaaddu filadhu.

Akkaataawwan Keewwataa

Akkaataa keewwataa isa sadarkaa kasaa filatametti fayyadamuu feetu filadhuutii, qabduu Ramadi (<) jedhu cuqaasi.

<

Sadarkaa kasaa filatamee, haalataa keewwataa filatamee waliin dhangeessa.

Durtii

Dhangeessa sadarkaa filatamee gara akaataa keewwataa "Durtii" itt haaromsa.

Gulaali

Qaaqa iddoo akaataa keewwataa filataame fooyyessuu dandeessu Akaataa Keewwataabana.