Galfata Kasaa Saagi
Barruu filatamaa akka galfata qabeentoota kasaa yk gabateetti mallatteessa.
To edit an index entry, place the cursor in front of the index field, and then choose Edit - Reference - Index Entry...
Yammuu galfatoota filattee saagdu, qaaqa Galfata Kasaa Saagi dhissuu nidandeessa.
Filannoo
Kasaa
Select the index that you want to add the entry to.
Galfata
Barruu isa galmee keessaa filatame agarsiissa. Yoo barbaade, galfata kasaaf jecha addaa adda galchu nidandeessa. Galmee keessaa barruun filatame hinjijjiiramu.
Furtuu 1ffaa
Filannoo ammaa isa ati bakka kanatti galchite, akka galfata xixiqqaa jechichaa godha. Fakkeenyaaf, akka furtuu 1ffaatti yoo "qorraa" filattee, "akkaataa qilleensaa" galchiitte, galfati kasaa "akkaataa qilleensaa, qorraa" taha.
Furtuu 2ffaa
Filannoo ammaa galfatoota xixiqqaa kan furtuu 1ffaa taasiisa. Fakkeenyaaf, akka furtuu 1ffaatti yoo "qorraa" "ganna" akka furtuu 2ffaatti filattee, galfati kasaa "akkaataa qilleensaa, ganna, qorraa" taha.
Dubbisa qooqessii
Galfatoota walfakkiidhaaf, dubbisa qooqessii galchi. Fakkeenyaaf, Yoo jechii Jaapaanii Kaanjii akkaataa afaaneffannoo tokko ol qabaatee, jecha afaaneffannoo akka Katakanaa galchi. Jechi Kaanjii jedhamuu, akkaataa dubbisa qooqessii galfataati foo'ama. Dirqalii kun kan jiraatu, yoo gargaarsii Afaan Eeshiyaan angeefame qofa.
Galfata guddaaa
Barruu filatame galfata guuddaa kasaa aabaa keessaa taasiisa. LibreOffice lakkoofsa fuulaa kan galfata guuddaa dhangii adda addaa keessaa irra caalaa, kan galfatoota ka biroo kasaa keessaa agarsiisa.
Sadarkaa
Entries using the paragraph format "Heading X" (X = 1-10) can be automatically added to the table of contents. The level of the entry in the index corresponds to the outline level of the heading style.

Dirqalii kun kan jiratuu galfatoota kasaa qabeentaa fi hiika-fayyadamaatiif qofa.
Barruuwwan walfakkatoo maraaf fayyadami
Ofumaan, taateewwan ka biroo mara, galmicha keessaa barruu filataman mallatteessa. Barruun, irraantoowwanii, miiljaleewwanii, goodayyaawwanii, qabiiwwanii keessaa, hin hammatamaani.
Qaaqa kan keessatti, dalaga Galfata dhaaf hujeekaan galchitee fayyadamuu hindandeessu.

Taateewwan kan dabartii barruu tokko kasicha keessaa hundaa itti dabaaluudhaaf, barricha filiitii, Gulaali - Barbaadi fi Bakkabuusi filadhu, kana booda Mara Barbaadi irra cuqaasi. Eegasii Saagi - Kasaalaa fi Gabateewwan - Galfata filachuun Saagi cuqaasi.
Qubee walsimsiisi
Distinguishes between uppercase and lowercase characters.
Jecha guutuu qofa
Searches for whole words or cells that are identical to the search text.
Saagi
Marks an index entry in your text.
Cufi
Closes the dialog.
Kasaa hiika-fayyadamaa haaraa
Iddoo kasaa maamiloo itti uumuu dandeessu, qaaqa Kasaa Hiika-Fayyadamaa Haaraa uumi bana.
Maqaa
Kasaa hiika-fayyadamaa isa haaraadhaaf, maqaa tokko galchi. kasaa inni haaraan tarree kasaawwaniif gabateewwan jiranii keessatti idaa'ama.