OdeeffannooGalmee

DocInformation fields contain information about the properties of a document, such as the date a document was created. To view the properties of a document, choose File - Properties.

Ajaja kana bira gahuuf...

Saagi - Dirreewwan - Kabiroo - Odeeffannoo Galmee caancala jedhu filadhu


Sajoo Yaaddannoo

Galmee HTML dirreewwan OdeeffannooGalmee of keessaa qabaan yammuu alaaguu fi alerguu, dhangiiwwan LibreOffice addaa sifayyadda.


Akaakuu

Akaakuuwwan dirree jiranii tarreessa. galmee keetti dirree ida'uuf, Akaakuu dirree cuqaasitii, dirree tarree Filadhu keessaa cuqaasi, kana boodaa, Saagicuqaasi. Dirreewwanii kanaan gadii jiru:

Akaakuu

Hika

Fooyya'aa

Maqaa barreessaa, guyyaa, yk yeroo galmichi dhumaa olkaa'ame galcha.

Sa'aatii gulaali

Galmee tokko gulaaluuf yeroo hamammii akka siti fudhatu saaga.

Qabiiyyee

Inserts the comments as entered in the Description tab page of the File - Properties dialog.

Revision number

Lakkoofsa fooyyii kan galmee ammaa saaga.

Uumamaa

Maqaa barreessaa, guyyaa, yk yeroo galmichi itti uumamee saaga.

Custom

Inserts the contents of the properties found on the Custom Propertiestab of the File - Properties dialog.

Maxxanfama Maayii

Maqaa barreessaa, guyyaa, yk yeroo galmichi dhuma maxxanfama maayii saaga.

Jefuroota

Inserts the keywords as entered in the Description tab of the File - Properties dialog.

Dhimma

Inserts the subject as entered in the Description tab of the File - Properties dialog.

Mataduree

Inserts the title as entered in the Description tab of the File - Properties dialog.


Sajoo Yaaddannoo

Dirreewwan armaan gadii saagamuu kan danda'u, yoo Akaakuun dirree walgitaanii tarree Akaakuu keessatti filatame qofa.


Filadhu

Dirreewwan jiraan kan Akaakuu dirree tarree Akaakuu keessatti filatamee tarreessa. Dirree saaguuf, dirricha cuqaasitii, kana booda, Saagicuqaasi.

Sajoo Qaxxee

To quickly insert a field from the list, hold down and double-click the field.


Dirreewwan

Dalaga

Fuulaa duranii

Lakkoofsa fuulaa kan fuulaa duraanii galmee keessatiif saaga.

Fuula Itti Aanu

Lakkoofsa fuulaa kan fuulaa itti aanuu galmee keessatiif saaga.

Lakkoofsa Fuulaa

Lakkoofsa fuula ammaa saaga.


Dhangeesikeessaa, dhangii lakkaawwii isa barbaaddu cuqaasi.

Yoo barbaadde, lakkoofsa fuulaa agarsiisameef Iddooda galchuu nidandeessa. Offset gatiinssaa 1 waliin, dirreen kan agarsiisu, lakkoofsa isa tokko lakkoofsa fuulaa ammaa caaluu dha, haata'uu malee, fuulii lakkoofsa sana qabuu yoo jiraatte qofa. Galmee irraa fuulii dhumaa, dirreen walfakkaatu kun duwwaa ta'a.

Sajoo Yaaddannoo

Akaakuuwwan dirree "Uumamaa", "Fooyyefamaa" fi "Dhuma maxxanfame" jedhamaniif, barreessaa, guyyaa fi yeroo qixa dalagaa gegeefametti dabaluu nidandeessa.


Dhangeesi

Dirree filatametti dhangii fayyadamuuf barbaaddu cuqaasi, ykn dhangii maamiloo hiikuuf, "Dhangiiwwan dabalataa" cuqaasi.

Yammuu "Dhangiiwwan dabalataa" cuqaastuu, Qaaqa, iddoo dhangii maamiloo itti hiiktu Dhangii Lakkoofsa kana bana.

Qabiyyee siranaa

Dirricha akka qabiiyyee dhaabataa, jechuunis, akka foyyaa'u hindandeenyetti saaga.

Sajoo Yaaddannoo

Dirreewwan qaabiiyyee dhaabataa qabaan yeroo ati galmee haaraa, qajojii isa dirree akkasii of keessaa qabu irraa, uumtu qofa madaalamu. Fakkeenyaaf, dirreen guyyaa qabiiyyee dhaabataa qabu tokko, guyyaa isa galmee haaraan tokko qajojicha irraa uumame saaga.