Dalagalee

Depending on the field type that you select, you can assign conditions to certain functions. For example, you can define a field that executes a macro when you click the field in the document, or a condition that, when met, hides a field. You can also define placeholder fields that insert graphics, tables, frames and other objects into your document when needed.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Saagi - Dirreewwan - Kabiroo - Functions caancala jedhu filadhu


Akaakuu

Akaakuuwwan dirree jiranii tarreessa. galmee keetti dirree ida'uuf, Akaakuu dirree cuqaasitii, dirree tarree Filadhu keessaa cuqaasi, kana boodaa, Saagicuqaasi. Dirreewwanii kanaan gadii jiru:

Akaakuu

Hika

Barruu otoolaa

Yoo Haalii hin oollee tokko milka'ee, barruu saaga. Fakkeenyaaf, sanduuqa Haala keessatti "sun 1 qixxee" dhaa galchiitii, kana booda, barruu isa yammuu gegeeddaraichii "sun" qixxee "1" sanduuqa Sanabooda keessatti yeroo haalii feetu siif milkaa'u, akkasumas sanduuqa Kanamalee keessatti haaliichi milkaa'u dhabu barruu isa mul'ifamu sanaa galchi. Gegeedaramaa "sun" qindeessuuf, caancalaa Gegeedaramaawwan cuqaasiitii, sanduuqa Maqaa keessaa "Gegeedaramaa Qindeessii", Akaakuu "sun" akkasumaas gatiissa sanduuqa Gatii keessaa filadhu.

Tarree naqaa

Tarree tokko irraa, isa maalimaa tokko mul'isu, dirree barruu tokko saaga. Tarree keessatti dirree barruuchaa; idaa'uu, gulaaluu, wantoota haquu, itti dabalataaniis, tartiiba saani jijjiirruu nidandeessa. Dirree galmee kee keessaa Tarree Naqaa cuqaasi yk Ctrl+Shift+F9 dhiibuun qaaqa Maalimaa Filadhu agarssisi.

Dirree naqaa

Dirree barruu isa ati cuqaasuun gargaaramuudhaan galmee keessatti banuu dandeessu saaga.

Maakroo raawwadhu

Dirree isa galmee keessaa yammuu cuqaastu, dirree barruu isa maakroo dammaqsu saaga. Dirreetti maakroo tokko ramaduuf, qabduu Maakroo cuqaasi.

Iddooqa

Fakkeenyaaf, saxaatoodhaaf, galmee keessatti dirree iddooqaa saaga. Galmee keessaa dirree iddooqa yammuu cuqaastu, wantaa isa bade sana akka saagdu karraa siif saaqa.

Barruu dhokataa

Inserts a text field that is hidden when the condition that you specify is met. To use this function, choose - LibreOffice Writer - Formatting Aids and clear the Fields: Hidden text check box.

Keewwatoota hokataa

Hides a paragraph when the condition that you specify is met. To use this function, choose - LibreOffice Writer - Formatting Aids and clear the Fields: Hidden paragraph check box.

Arfiiwwan maki

Akka arfii tokkootti dalaguuf akka danda'aanitti, hanga arfiiwwan 6 tti waliitti camada. Amalii kun kan jiraatu, bocqubee Eeshiyaa yammuu degeeramaa ta'u qofa.


Sajoo Yaaddannoo

Dirreewwan armaan gadii saagamuu kan danda'u, yoo Akaakuun dirree walgitaanii tarree Akaakuu keessatti filatame qofa.


Dhangeesi

Dirree filatametti dhangii fayyadamuuf barbaaddu cuqaasi, ykn dhangii maamiloo hiikuuf, "Dhangiiwwan dabalataa" cuqaasi.

Dirreewwan dalagaatiif, dirreen dhangii dhangiiwwan Akaakuu iddooqaa qaban qofaaf fayyada. Asitti, dhangiichi wantaa isa iddooqaan bakka bu'uuf sana murteessa.

Haala

Dirreewwan Haalatti koronyateef, bakka kanatti ulaagaalee galchi.

Sanabooda, Kanamalee

Enter the text to display when the condition is met in the Then box, and the text to display when the condition is not met in the Else box.

Saanduqoota Kanabooda fi Kanamalee keessatti dhangiicha "maqaakuusdeetaa.maqaagabatee.maqaadirree" fayyadamuudhaanis dirreewwan kuusdeetaa saaguu nidandeessa.

Sajoo Yaaddannoo

Yoo maqaan gabatichaa yk dirrichaa kuusdeetaa ta'e keessa hinjiraanne, homtuu hinsaagamu.


Sajoo Yaaddannoo

Yoo "maqaakuusdeetaa.maqaagabatee.maqaafaayilaa" keessaatii, waraabbii makte, himichi akka barruutti saagama.


Wabii

Barruu isa dirricha keessatti muli'suu barbaaddu barreeessi.Yoo dirre iddooqaa saaguuf deemte, yeroo qarree antuutee dirricha irra keessu, barruu isa akka qaccee gargaarsaatti muli'suuf barbaaddu barreessi.

Dhangeesi

Maakroo isa yeroo dirree irra cuqaastu akka ka'u barbaaddu filadhu.

Maqaa maakroo

Maqaa maakroo filataamee mul'isa.

Iddooqa

Barruu isa dirree iddooqaa keessatti akka argamu feetu barreessi.

Barruu dhokataa

Barruu isa yoo haalli tokko mijate dhoksuu barbaaddu barreesssi.

Arfiiwwan

Arfiiwwan walitti camaduuf barbaaddu galchi. Baay'inni ati walitti camaduu dandeessu 6 caaluu hindanda'u. Dirqalli kun gosa dirree Arfiiwwan camadi qofaaf jiraata.

Gatii

Dirree filatameef, gatii galchi.

Maakroo

Galmee keessaa dirree filatame yeroo cuqaastu maakroo isa dammaqu bakka ati irraa filachuu dandeessu, Filataa Maakroo bana. Qabduun kun dirree dalagaa "Maakroo raawwadhu" qofaaf jiraata.

To'attoonni kana itti aanan dirreewwan Tarree naqaa jedhamaniif agarsiifamu:

Maalimaa

Maalimaa haaraa saagi.

Ida'i

Tarree irraatti MaalimaaIda'a.

Wantoota tarree irraa

Wantoota tarreessa. Wantaan qarqaraa gubbaa irraa galmee keessaatti mulatteerra.

Haqi

Tarree irraa wantaa filataaman haqa.

Ol Siiqsi

Tarree keessaa wantaa filataaman ol siqsa.

Gad Siqsi

Tarree keessaa wantaa filataaman gad siqsa.

Maqaa

Maqaa addataa Tarree naqaatiif saagi.

Maalimaa Filadhu

Galmee keessaa dirree Tarree naqaa yeroo cuqaastu qaaqii kun mul'ata.

Choose the item that you want to display in the document, then click OK.

Gulaali

Displays the Edit Fields: Functions dialog, where you can edit the Input list.

Itti aanee

Closes the current Input list and displays the next, if available. You see this button when you open the Choose Item dialog by Ctrl+Shift+F9.