Galmee

Fields are used to insert information about the current document, for example, file name, template, statistics, user data, date, and time.

Ajaja kana bira gahuuf...

Saagi - Dirreewwan - Kabiroo - Galmee caancala jedhu filadhu


Sajoo Yaaddannoo

Alaaguuf alerguu HTML kan dirreewwan guyyaaf yerootiif, dhangiiwwan LibreOffice addaatufayyadamma.


Akaakuu

Akaakuuwwan dirree jiranii tarreessa. galmee keetti dirree ida'uuf, Akaakuu dirree cuqaasitii, dirree tarree Filadhu keessaa cuqaasi, kana boodaa, Saagicuqaasi. Dirreewwanii kanaan gadii jiru:

Akaakuu

Hika

Barreessaa

Maqaa fayyadammaa isa ammee saaga.

Boqannaa

Lakkoofsa boqannaa fi/yk maqaa boqonnaa saaga.

Guyyaa

Deetaa ammaa saaga. Deetaa akka dirree dhaabii tokkotti saaguu ni dandeessa - Guyyaa (dhaabii) - isa hin jijjiirramnee, yk akka dirree kanaatii - Guyyaa - isa ufmaan haaromu dha. Hujeekaan haaromsuuf, dirree Guyyaa, F9 dhiibi.

Maqaa faayilii

Galmee ammaatiif maqaa faayilaa fi/yk xurree galeeloo, akkasumaas, dheertoo malee maqaa faayilii saaga.

Fuula

Lakkoofsa fuulaa kan fuulaa ammaa, duraanii, yk itti aanuu saagi.

Ergaa

Inserts fields containing user data. You can change the user-data that is displayed by choosing - LibreOffice - User Data.

Xiinannoo

Akka dirree tokkootti, xiinannoo galmee kan akka fuulaaf lakkoofsa jechaa saaga. Xiinannoo galmee tokkoo mul'isuuf, Faayilii - Amaloota filadhuutii, kana boodaa, caancalaa Istaatistiiksiicuqaasi.

Qajojiilee

Inserts the filename, the path, or the filename without the file extension of the current template. You can also insert the names of the "Category" and the "Style" formats used in the current template.

Yeroo

Yeroo ammaa saaga. Yarroo, akka dirree dhaabbii tokkotti - Yarroo (dhaabii) - isa hin jijjiirramnee, yk akka dirree kanaatii - Yeroo - isa ufmaan haaromutti saaguu ni dandeessa. Hujeekaan haaromsuuf, dirree Yeroo, F9 dhiibi.


Sajoo Yaaddannoo

Dirreewwan armaan gadii saagamuu kan danda'u, yoo Akaakuun dirree walgitaanii tarree Akaakuu keessatti filatame qofa.


Filadhu

Dirreewwan jiraan kan Akaakuu dirree tarree Akaakuu keessatti filatamee tarreessa. Dirree saaguuf, dirricha cuqaasitii, kana booda, Saagicuqaasi.

Sajoo Qaxxee

To quickly insert a field from the list, hold down and double-click the field.


Dirreewwan

Dalaga

Fuulaa duranii

Lakkoofsa fuulaa kan fuulaa duraanii galmee keessatiif saaga.

Fuula Itti Aanu

Lakkoofsa fuulaa kan fuulaa itti aanuu galmee keessatiif saaga.

Lakkoofsa Fuulaa

Lakkoofsa fuula ammaa saaga.


Dhangeesikeessaa, dhangii lakkaawwii isa barbaaddu cuqaasi.

Yoo barbaadde, lakkoofsa fuulaa agarsiisameef Iddooda galchuu nidandeessa. Offset gatiinssaa 1 waliin, dirreen kan agarsiisu, lakkoofsa isa tokko lakkoofsa fuulaa ammaa caaluu dha, haata'uu malee, fuulii lakkoofsa sana qabuu yoo jiraatte qofa. Galmee irraa fuulii dhumaa, dirreen walfakkaatu kun duwwaa ta'a.

Iddooda

Dirree lakkoofsaa fuulatti gatii iddoodaa isa fayyadamuuf barbaaddu saagi, fakkeenyaaf, "+1".

Sajoo Qaxxee

Lakkoofsa fuulaa mul'atuu osoo hintaanee, lakkoofsa fuulaa isa dhugaa jijjiiruu yoo barbaade, gatii Iddoodaa hinfayyadamiin. Lakkoofsoota fuulaa jijjiiruu yoo barbaade, qajeelfama Lakkoofsa Fuulaa kana duubisi.


Dhangeesi

Dirree filatametti dhangii fayyadamuuf barbaaddu cuqaasi, ykn dhangii maamiloo hiikuuf, "Dhangiiwwan dabalataa" cuqaasi.

Yammuu "Dhangiiwwan dabalataa" cuqaastuu, Qaaqa, iddoo dhangii maamiloo itti hiiktu Dhangii Lakkoofsa kana bana.

If you choose "Chapter number without separator" for a chapter field, the separators that are specified for chapter number in Tools - Chapter numbering are not displayed.

Dirreewwan wabiif akka dhangii "lakkoofsa boqonnaatti" yoo filattee, dirree keessaa lakkoofsa kan mataduree boqonnaa wanta wabeefame of keessaa qabu qofa agarsiisa. Mataduree boqonnaa kanaaf haalata keewwataa yoo lakkoofsi hinlatamneef, dirrichii duwwaa tahe hafa.

Dhangiiwwan hangii lakkoofsaa kanaan gadii kun, keewwatoota lakkoofsifame ykn rasaaseefame waliin dhangeeffame tarreessa:

Garsuu fi lakkoofsa

Dhangichi, bakka ka'umsa keewwatichaatiif bakka dirree hangii-lakkoofsaa itti aanuu gidduu waan jiru mara ofkeessa qabaata

Barruu qabii

Dhangichi, barruu isa dirree hangii-lakkoofsaa itti aanee jiru kaasee hanga xumura keewwatichatti jiru of keessaa qabaata.

Lakkoofsa

Dhangiin lakkoofsa wabii qofa of keessaa qaba


Qabiyyee siranaa

Dirricha akka qabiiyyee dhaabataa, jechuunis, akka foyyaa'u hindandeenyetti saaga.

Sadarkaa

Sadarkaa mataduree boqonnaa isa dirree filatame keessatti akka dabaalamu barbaaddu filadhu.

Guyyaa/bixxii keessatti iddoodii

Dirree guyyaa yk yerootti, iddoodii fayyadamuu barbaaddu sana saagi.

Gatii

Dirreewwan hiika fayyadamaatti, qabeentoota idaa'uuf barbaadduu galchi.