Batergaa

Batergaaf teessoolee kennaaf deebii saagi. Kuusadeetaa irraa dirreewwan teessoo saaguu ni dandeessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Insert - Envelope - Envelope tab


Teessoo

Teessoo kan kennaa saagi. Saanduqa kana keessaa eerga cuqaastee booda, kuusadeetaa tokko, gabateef dirree tokko filaachuu ni dandeessa, kana booda, dirree teessoo keessatti saaguuf qabduu xiyyaa cuqaasi. Yoo darbaade, dhangeessuu akka yabbuuf jalmuraa barruu teessootti fayyadamuu ni dandeessa.

Ergaa

Includes a return address on the envelope. Select the Sender check box, and then enter the return address. LibreOffice automatically inserts your user data in the Sender box, but you can also enter the data that you want.

Kuusa Deetaa

Kuusadeetaa, deetaa teessoo galchuuf barbaaddu of keessaa qabuu filadhu.

Gabatee

Gabatee kuusadeetaa, deetaa teessoo galchuuf barbaaddu of keessaa qabuu filadhu.

Dirree kuusadeetaa

Dirree kuusadeetaa, deetaa teessoo galchuuf barbaaddu of keessaa qabuu filadhuutii, kana booda, qabduu xiyyaa gara bitaa cuqaasi. Deetaan, sanduuqaa teessoo qaree of keessaa qabuutti dabalama.

Dirree Durargii

Durargii filannoo ammee agarsiisi.