Batergaa

Batergaa uuma. Fuuloota caancalaa sadii irratti, teessoottaaf ergaa, teessoota lachuuf qubannoof dhangii, akkasuumaas, hamamtaaf qaabachiisa batergaa ifteessuu ni dandeessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Saagi - Batergaa filadhu


Batergaa

Batergaaf teessoolee kennaaf deebii saagi. Kuusadeetaa irraa dirreewwan teessoo saaguu ni dandeessa.

Dhangii

Teessumaaf roga batergaa ifteessa.

Maxxansituu

Batergaaf filannoo maxxansaa qindeessi.

Galmee haaraa

Galmee haaraa uumeetu, batergaa saaga.

Saagi

Galmee keessaa batergaa fuulaa ammaa dura saaga. Batergaan kan dhangeeffame, akkaataa fuulaa Batergaa waliini.

Reset

Resets changes made to the current tab to those applicable when this dialog was opened.

Batergaa Galmee irraa haquuf

  1. Fuula ammaa gochuuf fuulaa batergaa keessa cuqaasi.

  2. Dirree sarara haalojii isa "Batergaa" mul'isu irra mirga cuqaasi.

    baafata xiqqaan akaataalee fuulaa mul'isaa bana.

  3. Baafata xiqqaa irraa "Durtii" haalataa fuulaa filadhu.

    Kun dhanga'ina fuulaa "Batergaa" addaa haqa.

  4. Goodayyaalee ergaaf fudhataa haqi. Daangaalee goodayyaa tokko tokkoon cuqaasitii, qabduu Del dhiibi.