Dirqalawwan

Adds the chapter number to the caption label. To use this feature, you must first assign an outline level to a paragraph style, and then apply the style to the chapter headings in your document.

Ajaja kana bira gahuuf...

Saagi - Qabii - Dirqalawwan filadhu

Baafata halqalaa bani, Qabii - Dirqalawwan filadhu


Boqannaan lakkaawwii

yammuu moggaasoota qabiitti lakkoofsa boqonnaa dabaltu, lakkaawwiin qabii yeroo matadureen boqonnaa mudatu haaromma. Fakkeenyaaf, yoo fakkiin innii dhummaa boqonnaa 1 keessaa "Fakkii 1.12" ta'ee, fakkiin innii jalqabbaa, boqonnaa itti aanuu keessaa "Fakkii 2.1" ta'a.

Sadarkaa

Asxaa ibsaduree dabalachuuf jecha, lakkoofsa sadarkaalee toorii gubee tartiiba boqonnaa irraa kaasuun assi gadi filadhu.

Gargareessaa

Arfii lakkoofsa boqonnaaf lakkoofsa qabii giduutti saaguu barbaaddu galchi.

Garsuu fi dhangii goodayyaa

Akkaataa Arfii

Halattaa arfii iftessa.

Handaaraaf gaaddidduu fayyadami

Handaaraa fi gaaddidduu waantaa goodayyaa irratti raawwata.

Lakkoofsa Boqannaa Qabiiwwanitti Ida'uu

Qabiiwwan Fayadamu

Chapter Numbering