Qabii

Adds a numbered caption to a selected image, table, chart, frame, or shape. You can also access this command by right-clicking the item that you want to add the caption to.

Ajaja kana bira gahuuf...

Saagi - Qabii filadhu

Baafata halqalaa banitii - Qabii filadhu


Amalawwan

Filmaata ammaaf filannoo qabii qindeessa.

Garsuu

Akaakuu qabii, yk maqaa Akaakuu qabii haaraa barreessi. Moggaasii qabii keessaa barruun akaakuu lakkoofsa qabii dura mul'ata. Tokkoon tokkoon akaakuu qabii durmurtaawaa akkaataa keewwataa maqaa walfakkaataaniin kan dhangeeffameedha. Fakkeenyaaf, akaakuun qabii "Fakkiibsaa" akkaataa keewwataa "Fakkiibsaa" tiin dhangeeffama.

Lakkaawwii

Qabii keessaatti gosa lakkaawwii fayyadamuu barbaaddu filadhu.

Qabii

Lakkoofsa qabii booda barruu akka mul'atu barbaaddu barreessi.

Gargareessaa

Lakkoofsaaf barruu qabii giduutti arfiiwwan barruu dirqalee galchi.

Qubannoo

Maalimaa filatamee jalatti ykn irratti qabii dabala. Filannoon kun wanta murta'aaf qofa.

Filannoo

Adds the chapter number to the caption label. To use this feature, you must first assign an outline level to a paragraph style, and then apply the style to the chapter headings in your document.

QabiiOfnaa

Opens the Caption dialog. It has the same information as the dialog you get by menu LibreOffice Writer - AutoCaption in the Options dialog box.

Qabiiwwan Fayadamu

Lakkoofsa Boqannaa Qabiiwwanitti Ida'uu