Galumsoota

Mudanaa bitaa fi mirga waliin kutaa galcha.

Ajaja kana bira gahuuf...

Caancala Saagi - Kutaa - Galumsawwan, yk Dhangeessi - Kutaalee filadhu


Kutaa dura

Gara makiinsa bitaatti galumsoota kutaa duratti Ifteessa.

Kutaa booda

Gara makiinsa bitaatti galumsoota kutaa boodaatti Ifteessa.

Kutaa Saagi

Ajajoota Dirree