Galfata Kasaa Gulaali

Galfata kasaa filatamee gulaala. Fuulduraa yk keessa galfataa kasaa cuuqasi, isa booda ajaja kana filadhu.

To insert an index entry, select a word in the document, and then choose Insert - Table of Contents and Index - Index Entry.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Edit - Reference - Index Entry...

Halqara bafataa baniitti Kasaa Galfataa filadhu


Filannoo

Galfataa kasaa filatamee gulaala.

Kasaa

Abbaa galfataa filatamee kan Akaakuu kasaa agarsiisa. Qaaqa kana keessatti Akaakuu kasaa kan galfataa kasaa jijjiiru hin dandeessu. Iddoosaa, galfataa kasaa galmee irraa haquu qabdaa, kana booda Akaakuu kasaa kabiroo keessaatti debi'ii saagi.

Galfata

Yoo barbaachisa ta'ee argamee galfataa kasaa gulaali. yammuu galfataa kasaa fooyyessittu, galfataa kasaa korkoddii galmee keessaa osoo hintaanee, kasaa keessatti barruu haaraa qoofattu mulattaa. Fakkeenyaaf, kasaa ajaja kana waliin "Bu'uura, akasuumaas waliigala ilaalii" saagu ni dandeessa.

Furtuu 1ffaa

Kasaa sadarkaa hedduu uumuuf, Sadarkaa galfataa kasaa jalqabaaf maqaa barreessi, ykn tarree irraa maqaa fili. galfatii kasaa ammaa maqaa kana gadiitti ida'ateera.

Furtuu 2ffaa

Sadarkaa galfataa kasaa lammataaf maqaa barreessi, ykn tarree irraa maqaa fili. Galfatii kasaa ammaa maqaa kana gadiitti ida'ameera.

Sadarkaa

Changes the outline level of a table of contents entry.

Dubbisa qooqessii

Galfatoota walfakkiidhaaf, dubbisa qooqessii galchi. Fakkeenyaaf, Yoo jechii Jaapaanii Kaanjii akkaataa afaaneffannoo tokko ol qabaatee, jecha afaaneffannoo akka Katakanaa galchi. Jechi Kaanjii jedhamuu, akkaataa dubbisa qooqessii galfataati foo'ama. Dirqalii kun kan jiraatu, yoo gargaarsii Afaan Eeshiyaan angeefame qofa.

Haqi

Galfataa filatamee kasaa irraa haqa. Galfatii barruu galmee keessaa hin haqamne.

Dhuma xiyyaa gara bitaatti

Jumps to the first index entry of the same type in the document.

Icon

Dhuma xiyyaa gara bitaatti

Dhuma xiyyaa mirgatti

Jumps to the last index entry of the same type in the document.

Icon

Dhuma xiyyaa mirgatti

Xiyya mirgatti

Jumps to the previous index entry of the same type in the document.

Icon

Xiyya Bitaa

Xiyya mirgatti

Jumps to the next index entry of the same type in the document.

Icon

Xiyya Mirga

Sajoo Qaxxee

Galafatoota kasaattiKabala Naanna'iinsaa waliin atattaammaan utaaluu ni dandeessa.