Miiljaloota/Ibsadabalataa

Korkoddii miiljalee yk Ibsadabalataa filataamee gulaala. Duura miiljalee ykn Ibsadabalataa cuqaasitii isa booda ajaja kana filadhu.

Ajaja kana bira gahuuf...

Gulaali - Miiljaleewwan filadhu


Miiljalee yk Ibsadabalataa kan barruu gulaaluuf, Naannoo miiljalee fuula jala cuqaasi, yk dhumaa galmee cuqaasi.

Sajoo Yaaddannoo

Barruu miiljalee yk Ibsadabalataa atattamaan utaaluuf, korkoddii yaadannoo galmee keessa cuqaasi. qubannoo qaree gara duuraa yk boodaa malkatatti gochuu ni dandeessa, isa booda Ctrl+Shift+PgDn dhiibi. Gara korkoddii boodaa yaadannootti PgUp dhiibi.


Lakkaawwii

Miiljalee yk Ibsadabalataa Akaakuu lakkaawwii fili.

Ofnaa

Miiljalee fi ibsadabalataa ati saagdetti ufmaan lakkoofsoota tarree ramada. Lakkaawwii ufmaaf ijaarsa jijjiiruu yoo barbaadde, Meeshaalee - Miiljaloota/Ibsadabalataa.

Arfii

Choose this option to define a character or symbol for the current footnote. This can be either a letter or number. To assign a special character, click the button at the bottom.

Choose

Akka korkoddii miiljalee yk ibsadabalataatti Arfiiwwan Addayaa saaga.

Sajoo Qaxxee

To change the format of a footnote or endnote anchor or text, select it, and then choose Format - Character. You can press to open the Styles window and modify the footnote or endnote paragraph style.


Akaakuu

Akaakuu yaadannoo, jechuun miiljalee yk ibsadabalataa saaguuf barbaaddu fili. Miiljaleen jala fuula ammaatti yammuu galu, ibsii dabalataa immoo dhuma galmeetti gala.

Miiljalee

Ibsadabalataa miiljaleetti jijjiira.

Ibsadabalataa

Miiljalee ibsadabalataatti jijjiira.

Bitaa xiyyaa

Galmicha keessaa gara korkoddii miiljalee yk ibsadabalataa duraaniiti siqsa.

Icon

Miiljalee duraanii

Mirga xiyyaa

Galmicha keessaa gara korkoddii miiljalee yk ibsadabalataa itti aanantii siqsa.

Icon

Miiljalee itti aanuu

Qaaqa Miiljaloota/Ibsadabalataa Saagi.