Naanna'aa

Shows or hides the Navigator window, where you can quickly jump to different parts of your document. Navigator is also available as a deck of the Sidebar. You can also use the Navigator to insert elements from the current document or other open documents, and to organize master documents. To edit an item in the Navigator, right-click the item, and then choose a command from the context menu. If you want, you can dock the Navigator at the edge of your workspace.

Ajaja kana bira gahuuf...

Guulaali - Naanna'aa fili

Kabala Durtti irraa,

Sajoo

Naanna'aa bani/cufi


Naanna'aa banuuf, Mul'isi - Naanna'aa filadhu. Naanna'aa siqsuuf, kabala mataduree harkisii. Naanna'a hiidhuuf, qarree kan iddoo hojii gara bitaatti yk gara mirgaatti kabala mataduree harkisii. Naanna'a dhokataa mulisuuf, iddoo duwwaa naanna'a keessatti lama cuqaasi.

Mul'anno wantoota Akaakuu keessaaf Akaakuu naanna'a itti aanee jiru Mallattoo idaatii (+) cuqaasi. Lakkoofsaa wantoota Akaakuu keessaa mul'isuuf, qixa hantuutee keetii Akaakuu naanna'a keessaa irra ka'e. Gara wantaa galmee keessaatti utaaluuf, wantaa naanna'a keessaa irra lama cuqaasi.

Gara wantaa galmee itti aanuu yk duranii keessatti utaaluuf, kamshaa naanna'insa banuuf, sajoo kana Naanna'a cuqaasi kana booda Akaakuu wantaa cuqaasitii, xiyyoota oliif gadii irra cuqaasi.

Sajoo Yaaddannoo

Kutaa dhokataan galmee keessa Naanna'insa keessaatti halluu fajajaa tahee mul'ata, yammuu qixa hantuutee keetii barruu "dhokataa" irra keessu mul'isa. Wantii kun qabeentoota irraantoof jalaantoo Akkaataa Fuulaa galmee keessattti ; gabatee, barruu, goodayyaalee, saxaatoo, wantoota OLE fi Kasoota itti hinfayyadamnee irrattis nifayyada.


Toggle Master View

Mul’ata hundataaf mul’ata baratamoo giduu jiru jijjiira yoo galmeen hundataa banaa tahe.

Icon

Toggle Master View

Naanna'iinsa

Kamshaa iddoo Akaakuu maalimaa keessaa filattee itti aanuu yk kanan duraa atattamaan utaaluu dandeesu Naanna'insabana. Akaakuu filadhuutii, xiyyoota "Kanan Duraa" fi "Itti Aanee" cuqaasi.

Barbaacha itti fufuuf, sajoo Barbaacha Irra Deebi'i kamshaa Naanna'insa irraa cuqaasis.

Icon

Naanna'iinsa

Kan Darbe

Jumps to the previous item in the document. To specify the type of item to jump to, click the Navigation icon, and then click an item category - for example, "Images".

Icon

Wantaa Darbe

Itti aanee

Jumps to the next item in the document. To specify the type of item to jump to, click the Navigation icon, and then click an item category - for example, "Images".

Icon

Wantoota Itti aanuu

Lakkoofsa fuulaa

Type the number of the page number that you want to jump to, and then press Enter.

Sajoo Qaxxee

To quickly move the cursor to another page while you are in a document, press Shift++F5, type the number of the page that you want to jump to, and then wait a few moments.


Sanduuqa Tarree

Shows or hides the Navigator list.

Icon

Sanduuqa tarree banaa/dhamaa

Mul'annoo Qabiyyee

Switches between the display of all categories in the Navigator and the selected category.

Icon

Mul'annoo Qabiyyee Jijjiiri

Sajoo Qaxxee

Mataduree fi barruu isa faana wal qabatan ariitiidhaan galmee kee keessatti tartiibessuuf, tarree keessaa akaakuu "Mataduree" fili, kana booda sajoo Mul'annoo Qabiyyee cuqaasi. Amma qabeentota tartiibessuudhaaf harkiftee kaa'uu ni dandeessa.


Yaadachiisaa Qindeessi

Yaadachiisaa gara qubannoo qaree ammaatti qindeessaaf iddoo kana cuqaasi. Hammaa yaadachiisawwan shanitti qindeessuu ni dandeessa. Gara qindeessaatti utaaluuf, sajoo Naanna'iinsaa cuqaasitii, foddaa Naanna'iinsaa sajoo Reminder keessa cuqaasitii kana booda, qabduu Duraani yk Itti aanee cuqaasi.

Icon

Yaadachiisaa Qindeessi

Irraantoo

Moves the cursor to the header, or from the header to the document text area.

Icon

Irraantoo

Jalaantoo

Moves the cursor to the footer, or from the footer to the document text area.

Icon

Jalaantoo

korkoddii <-> Barruu

Jumps between the footnote text and the footnote anchor.

Icon

korkoddii <-> Barruu

Haalata harkisuu

Sets the drag and drop options for inserting items from the Navigator into a document, for example, as a hyperlink. Click this icon, and then choose the option that you want to use.

Sajoo

Haalata harkisuu

Akka Geessituutti Saagi

Yammuu galmee ammaa keessatti maalimaa harkistee keesu, geessituu siif uuma. Gara maalimaa akeeki geessituutti utaaluuf, geessituu galmee keessaa irra cuqaasi.

Akka Geessituutti Saagi

Galmee ammaa keessatti iddoo akka geessituutti harkistee keesuuf maalimaa filataame saaga. Barruun akka kutaalee hayyisatti saagameera. Maddi yammuu jijjiamu, qabeentootii geessituu ofumaan haaromu. Geessituu galmee keessa hujeekaan haaromsuf, Meeshaale - Haaromsi - Geessitootafiladhu. Saxaatoof, miseensota OLE, wabiif kasooleef; geessituu uumuu hindandeesu.

Akka Garagalchaatti Saagi

Galmee ammaa keessatti iddoo akka geessituutti harkistee keesuuf maalimaa filataame siif garagalcha. Saxaatoof, miseensota OLE, wabiif kasooleef; harkistee ka'uu hindandeesu.

Sadarkaa Toorii

Click this icon, and then choose the number of heading outline levels that you want to view in the Navigator window. You can also access this command by right-clicking a heading in the Navigator window.

1-10

Click 1 to only view the top level headings (chapter heading) in the Navigator window, and 10 to view all of the headings.

Icon

Sadarkaa toorii

Boqannaa Ol

Moves the selected heading, and the text below the heading, up one heading position in the Navigator and in the document. To move only the selected heading and not the text associated with the heading, hold down Ctrl, and then click this icon.

Icon

Boqannaa Ol

Boqannaa Gad

Moves the selected heading, and the text below the heading, down one heading position in the Navigator and in the document. To move only the selected heading and not the text associated with the heading, hold down Ctrl, and then click this icon.

Icon

Boqannaa Gad

Sadarkaa Guddisi

Increases the outline level of the selected heading, and the headings that occur below the heading, by one. To only increase the outline level of the selected heading, hold down Ctrl, and then click this icon.

Icon

Sadarkaa Guddisi

Sadarkaa Gadbuusi

Decreases the outline level of the selected heading, and the headings that occur below the heading, by one. To only decrease the outline level of the selected heading, hold down Ctrl, and then click this icon.

Icon

Sadarkaa Gadbuusi

Galmeewwan Bana

Maqaalee galmeewwan barruu banamanii mara tarreesa. Qabeentaa galmee foddaa Nanna'aa keessaa mulisuuf, maqaa galmee tarree keessaa filadhu. Nanna'aa keessatti galmeen ammaa agarsiifame kun tarree keessaa maqaasaa booda jecha "ka'aa" jedhuun agarsiisama.

Akkasuumas wanta Nanna'aa keessaa mirga cuqaasuun Agarsiisi filadhuutii, kana booda galmee akka agarsiisaamu barbaaddu irra cuqaasi.