Durargii Fuulaa

Durargii fuula maxxansamee agarsiisa, yk durargii cufa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Menu File - Print Preview

Sajoo

Print Preview


Galmee keessa maruuf yk galmee maxxansuuf, sajoo Kabala Durargii Fuulaa irraa, fayyadami.

Furtuuwwan Fuulolee fi Fuulgadee dhiibuun fuuloota keessa maruu nidandeessa.

Sajoo Yaaddannoo

Durargii Fuulaa keessaa Ossoo jirtuu galmee kee gulaaluu hindandeesu.