Meeshaalee

Galaalee malattoo bantee gulaaluuf, bafata kana fayyadami, ykn foormulaa alaantoo akka faayila deetaatti alaagi. Walquunnamii sagantaa fedhii kee guutuuf mijaa'uu nidandaa'a. Akkasuumas dirqalawwan sagantaa jijjiiruu nidandeessa.

Mallattoole kabiroo

Qaaqa Mallattoole bana, bakka atii mallattoo foormulaa keessa saagdu filachuu dandeessu dha.

Foormuulaa Alaagi

Ajajni kun qaaqa alaaguu foormulaa bana.

Import MathML from Clipboard

This command transforms MathML clipboard content to StarMath and inserts it at the current cursor position.

Maamileessi

Customizes LibreOffice menus, context menus, shortcut keys, toolbars, and macro assignments to events.

Dirqaalaalee

Ajajni kun gongee dhaamsaa sagantaa tuujjee maamileeffameetiif bana.