Dhangi'i

Bafatii kun ajajawwan foormulaa dhangeessuuf barbaachisan of keessaa qaba.

Bocquuwwan

Bocquu miseensa foormulatti fayyadamtuu ibsa.

Hagamtaa Bocquu

Hamamta bocquu foormulaa keetiif ifteessuf qaaqa kana fayyadami. Hamamta bu'uura fi miseensa foormulaa hundaa walitti dhufeenya bu'uura kana wajjiinin safaru fili.

Addaan Fageenya

Addaan fageenya miseensota foormulaa gidduu murteessuf qaaqa kana fayyadami. Addaan fageenyi kan ifteessamu akka dhibbeentaa hamamta bu'uura Dhangii - Hamamta Bocquu jelatti ibsameetti ifteessama.

Hiriira

Hiriira foormulaa sarar-heedduu akkasumas foormulaale miseensa heedduu sarara tokko keessas ibsuu ni dandeessa. Foddaa Ajaja keessatti ajaja NEWLINE galchuun foormula sarar-heeddu uumu ni dandeessa.

Haalata Barruu

Haalata barruu jijjiirraa bani ykn dhaamsi. Haalata barruu keessatti, foormulaalen hojjaa sarara barruu walqixa ta'een agarsiifamu.