Faayilii

Bafatii kun ajajawwan waliigalaa akka galmeewwan foormulaa waliin hojeetuuf, kunis banuu, olkaa'uu, fi maxxansuu of keessaa qaba.

Haaraa

Galmee haaraa LibreOffice Uuma.

Open

Opens a local or remote file, or imports one.

Galmeewwan Dhihoo

Faayiloota yeroo baay'ee dhihoo banaman tarreessa. Faayilii tarree keessa banuuf, maqaa isaa cuqaasi.

Masaka

Xalayaalee firaa fi hojii, faaksiiwwan, ajanawwan, pirezanteeshiniiwwan, fi dabala uumun si qajeelcha.

Cufi

Galmee ammee sagantaa osoo hin balasiin cufa.

Olkaa'i

Galmeeammee olkaa'a yeroo galfata.

Akka------olkaa'i

Saves the current document in a different location, or with a different file name or file type.

Mara Olkaa'i

Galmeewwan fooyya`an LibreOffice mara olkaa`i.

Deebi'aa fe'aa

Galmee ammee maxxansa xumura olkaa'ameen bakka buusi.

Fooyya'insa

Fooyya'insa hedduu galmee amme faayyilii walfakkaataa keessatti olkaa'a akkasumas gurmeessa. Dabalataanis fooyya'insa duraani banuu,haquu fi waliin dorgomsiisuu ni dandeessa

Alerguu

Galmee ammee maqaa gara garaawalinii fi dhangii gara iddoo itti murteessitutti olkaa'a.

Ergi

Jalteessa galmee ammee gara fayyadamawwan garagaraatti erga.

Document Properties

Amaloota faayiliiammeedhaaf, xinannoo dabalatee kanneen akka lakkoofsa jechaa fi guyyaa faayilichi itti uumame agarsiisa.

Bahi

Galmee,filannoo ykn fuula ammee kan ifteessitu maxxansa Dabalataanis dirqaalawwan maxxansa galmee ammee qindeessuu ni dandeessa. Dirqaalawwan maxxansuu akkaafaa maxxansaa fi sirnadala gaaitti fayyadamtu keetiin geeddaramuudanda'a.

Printer Settings

Select the default printer for the current document.

Bahi

Closes all LibreOffice programs and prompts you to save your changes. This command does not exist on macOS systems.