Bafatoota

Kabalii barataa, ajajawwan mara Herregduu LibreOffice waliin hojeetu of keessaa qaba. Tarree ogeejjiiwwan jiran mara, akkasuumas ajajawwan galmeewwan foormulaa gulaaluu, mul'annoo, qindeessuu, dhangeessuu, maxxansuu fi wantawwan isaan keessatti hamataman of keessaa qabu. Ajajawwanii bafata hedduun, yammuu foormulaa tokko uumtuu yk gulaaltu qofa mul'atu.

Sajoo Yaaddannoo

Foddaan galmee of keessatti qabate ati irratti hojjechuu barbaaddu akka ajajoota baafataa fayyadamuuf filatamuu qaba. Haaluma walfakkatuun, ajajoota baafataa wanta waliin firooman fayyadamuuf wanta galmee keessaa filachuu qabda.


Sajoo Ofegannoo

Baafatawwan rifachisaa halqalaati. Kana jechuun maalimootni baafataa kun hojii amma hojjetamaa jiruuf faayidaa qabeessa ta'anii jiraatu. Yoo qareen barruu keessatti iddeeffame, maalimootni baafataa barruu gulaaluuf fayyadan hundi ni jiraatu. Yoo galmee keessaa saxaatoo filatteetta ta'e, maalimoota baafataa saxaatoo gulaaluuf fayyadan hunda agarta.


Faayilii

Bafatii kun ajajawwan waliigalaa akka galmeewwan foormulaa waliin hojeetuuf, kunis banuu, olkaa'uu, fi maxxansuu of keessaa qaba.

Gulaali

Ajajawwanii bafata kana keessaa foormulaawwan gulaaluuf fayyadu. Ajajawwan bu'uura dabalatee, (fakkeenyaaf, qabeentoota jalteessuu) dalagaawwan murtaa'oo Herregduu LibreOffice kunis iddooqawwan ykn dogongorootaf barbaachisutu jira.

Mul'isi

Sets the display scale and defines which elements you want to be visible. Most of the commands that you can enter into the Commands window can also be accessed through a mouse click if you have already opened the Elements pane with View - Elements.

Dhangi'i

Bafatii kun ajajawwan foormulaa dhangeessuuf barbaachisan of keessaa qaba.

Meeshaalee

Galaalee malattoo bantee gulaaluuf, bafata kana fayyadami, ykn foormulaa alaantoo akka faayila deetaatti alaagi. Walquunnamii sagantaa fedhii kee guutuuf mijaa'uu nidandaa'a. Akkasuumas dirqalawwan sagantaa jijjiiruu nidandeessa.

Foddaa

Bafata Foddaa keessaa, foddaa haaraa tokko bantee tarree galmee ilaaluu nidandeessa.

Gargaarsa

Bafatii Garagarsichaa, kaasuu fi sirna Gargaarsaa LibreOffice too'achu siif hayyama.