Qaxxaamura (LibreOffice Math Gaheenya)

Hantuute malee LibreOffice Math to'achuu ni dandeessu.

Kallattiin Foormulaa Saaga Jira

Foormulaa galmee barruu keessatti saagu yoo barbaadde, akkasumas sirritti barreessu yoo beekta taate, akka armaan gaditti itti fufuu dandeessa:

  1. Barruu kee keessatti foormula barreessi

  2. Foormulaa fili

  3. Ajaja Saagu - Wanta - Foormulaa fili.

Foddaa fayyadamuun Foormulaa saaga jira

Elements pane

Xiyya bitaa ykn mirgaa

Gara akaakuu ykn dalagaa ittaanuu bitaa ykn mirgatti siqsi.

Qabduu Saagi

Akaakuu fili (kutaa akaakuu keessatti) ykn Foddaa Ajaja keessa fankishinii saaga (kutaa fankishinii keessatti).

Caancala

Akaakuu maalimaa isaa jalqabaa irraa gara akaakuu fankishinii isaa jalqabaatti utaali.

Shift+Tab

Akaakuu maalimaa isaa maayyii irraa gara akaakuu fankishinii isaa maayyiitti utaali.

Furtuulee Qaxxaamura Foormulaa

Qaxxaamuroota (LibreOffice Gaheenya)