Yaadota Galchaa Jira

Akkamiin namni tokkoo yaadota galmee keessatti hin mullatiin foormulaatti miiltessu danda'a?

Yaadni mallattoo dhibbeenta %% dachaan jalqabama (eegalama), akkasumas hamma sarara arfii dhuma ittaanutti bal'ata (Furtuu Galcha). Everything that lies in between is ignored and is not printed out. Yoo mallattoon dhibbeenta barruu keessa jiraate akka qaama barruutti ilaalamu.

Fakkeenya:

a^2+b^2=c^2 %% tiyooremi paayitagorasi.