Furtuulee Qaxxaamura Foormulaa
Tarreen furtuu qaxxaamura addaa foormulaa uuman kutaa kana keessatti hammatamaniiru.
Furtuu qaxxaamura waliigalaas LibreOffice fayyadami.
Furtuulee Qaxxaamura Dalagaa Foormulaaf
Furtuulee qaxxaamura armaan gadii ajaja baafata Gulaali fi Mul'annoo keessatti gita'a.
F3
Dogongora Ittaanuu
Shift+F3
Dogongora Duraanii
F4
Malkataa Ittaanuu (iddooqa)
Shift+F4
Malkataa Duraanii (iddooqa)
F9
Haaromsi
Navigation in the Elements pane
Xiyya bitaa ykn mirgaa
Gara akaakuu ykn dalagaa ittaanuu bitaa ykn mirgatti siqsi.
Qabduu Saagi
Akaakuu fili (kutaa akaakuu keessatti) ykn Foddaa Ajaja keessa fankishinii saaga (kutaa fankishinii keessatti).
Caancala
Akaakuu maalimaa isaa jalqabaa irraa gara akaakuu fankishinii isaa jalqabaatti utaali.
Shift+Tab
Akaakuu maalimaa isaa maayyii irraa gara akaakuu fankishinii isaa maayyiitti utaali.