Addaan Fageenya

Addaan fageenya miseensota foormulaa gidduu murteessuf qaaqa kana fayyadami. Addaan fageenyi kan ifteessamu akka dhibbeentaa hamamta bu'uura Dhangii - Hamamta Bocquu jelatti ibsameetti ifteessama.

Ajaja kana bira gahuuf...

Dhangii - Addaan Fageenya filadhu


Spacing Dialog

Miseensa foormulaa addaan fageenya murteessuuf barbaadduf qabduu Akaakuu fayyadama. Danaan qaaqa akaakuu filatte irratti hunda'a. Foddaan duraani addaan fageenyi saanduqa kaa'ame keessaan fooyya'uu isaa isinitti mul'isa.

Akaakuu

Qabduun kun akaakuu addaan fageenya jijjiiruf barbaadde akka filtu sii hayyama.

Addaan Fageenya

Addaan fageenya jijjiiramaa fi ogeejjii giddu, sararoota giddu, fi mallattoo ruuttii fi raadikalii giddu jiru ibsa (hiika).

Addaan Fageenya

Addaan fageenya jijjiiramaa fi ogeejjii gidduu jiru hiika.

Iddina Sararaa

Addaan fageenya sararoota giddu jiru murteessa.

Addaan fageenya hundee

Addaan fageenya ruuttii fi raadikalii giddu jiru murteessa.

Kasaalee

Addaan fageenya kasaale irrarfii fi jalarfiif hiika.

Irrarfii

Addaan fageenya kasaale irrarfiif murteessu.

Jalarfii

Addaan fageenya kasaale jalarfiif murteessu.

Entaalee

Addaan fageenya kabala entaa fi irrayyee ykn waamsiisa giddu jiru hiika.

Irrayyee

Addaan fageenya kabala entaa fi irrayyee gidduu murteessa.

Hiramaa

Addaan fageenya kabala entaa fi waamsiisa giddu jiru murteessa.

Kabala entaa

Dheerina irra hafaa fi hulfina sarara kabala entaa hiika.

Dheerina hafaa

Dheerina irra hafaa sarara entaa murteessa.

Hulfina

Hulfina sarara entaa murteessa.

Timijiiwwan

Addaan fageenya mallattoo idaati fi haala timijii gidduu jiru hiika.

Timijii Olaana

Addaan fageenya mallattoo idaati fi timijii olaana giddu jiru murteessa.

Timijii Gadaana

Addaan fageenya mallattoo idaati fi timijii gadaana giddu jiru murteessa.

Sadallaa

Addaan fageenya sadallaa fi qabiyyee gidduu jiru hiika.

Hamamta irra hafoo (bitaa/mirga)

Fageenya sarjaa qaree olaana qabiyyee fi dhuma sadallaa olaana gidduu jiru murteessa.

Addaan Fageenya

Fageenya surdalaa qabiyyee fi dhuma sadallaa olaana gidduu jiru murteessa.

Sadallaa safaraa mara

Sadallaa gosa hundumaa safari. Yoo foddaa Ajaja keessatti ( a irra b) galchitee, hojja hundumaa yaada waligalaa sadallaan marsa. Salphaanumatti bitaa ( a irra b mirga ) galchuun dhiibba kana fidu dandeessa.

Hamamta irra hafaa

Dhibbeenta hamamta irra hafaa mijeessi. Dhibbeenta 0 tti sadallaan yaada waliigalaatti hojja walqixa ta'etti qindeefamutti mijeefamu. Hamma gatiin galchamu dabalaa deeme, addaan fageenyi sarjaa qabiyyee sadallaa fi daanga sadallaa gara alaa gidduu jiruu guddacha adeema. Dirreen kun Sadallaa hunda safara waliin walitti maku qofaan fayyadamu dandeessa.

Tarreentaa

Addaan fageenya sadhatawaa miseensota tarreentaa keessa hiika

Iddina sararaa

Addaan fageenya miseensota tarreenta tarree keessa murteesssa.

Addaan fageenya tarjaa

Addaan fageenya miseensa tarreenta tarjaa keessa murteessa.

Mallattoolee

Addaan fageenya mallattoole walitti dhufeenya jijjiirama waliini ibsa.

Hojjaa dursaa

Hojjaa mallattoole sarjala waliin walitti dhufeenya qaban ibsa.

Addaan fageenya gadee

Addaan fageenya gadee mallattoole fi jijjiiramaa giddu murteessa.

Ogeejjiilee

Addaan fageenya ogeejjii fi jijjiiramaa ykn lakkoofsa giddu ibsa.

Hamamta irra hafaa

Hojjaa jijjirama irra hamma qarree olaana ogeejjiitti murteessa.

Addaan Fageenya

Fageenya surdalaa ogeejjii fi jijjirama giddu jiru murteessa.

Handaaraalee

Foormulaakeetti handaara dabali. Yoo barreessa LibreOffice keessa faayila barruu keessatti foormulaa walitti fiduu barbaadde dirqalli kun qabatamaan fayyida-qabeessa. Yemmu qindeessinu, akka hamamtatti 0 hin fayyadamne mirkaneefadha, sababa rakkoo ilaalcha barru iddoo (bakka) saagitii marsanitti uumaniif.

Bitaa

Handaarri bitaa foormulaa fi madda keessoo giddu qubatu.

Mirgaa

Handaarri mirgaa foormulaa fi madda keessoo giddu qubatu.

Gubbaa

Handaarri gubbaa foormulaa fi madda keessoo giddu qubatu.

Jala

Handaarri jala foormulaa fi madda keessoo giddu qubatu.

Dirree Durargii

Durargii filannoo ammee agarsiisi.

Durtii

Saves your changes as your default settings for all new formulas. A security response will appear before saving these changes.

Save Default Dialog