Hamamtaa Bocquulee
Hamamta bocquu foormulaa keetiif ifteessuf qaaqa kana fayyadami. Hamamta bu'uura fi miseensa foormulaa hundaa walitti dhufeenya bu'uura kana wajjiinin safaru fili.
Hamamtaa bu’uuraa
All elements of a formula are proportionally scaled to the base size. To change the base size, select or type in the desired point (pt) size. You can also use other units of measure or other metrics, which are then automatically converted to points.

Hamamta durtii (12 pt) LibreOffice Math keessa dhaabbatatti jijjiiruuf, jalqaba hamamta qindeessu qabda (fakkeenyaaf, 11 pt) achumaan qabduu Durtii cuqaasi.
Hammamtaalee Sadhaatawaa
Kutaa kana keesstti, hamamta sadhatawaa miseensa gosa hundaaf wabii hamamta bu'uratti murteessu ni dandeessa.
Barruu
Hamamta barruu foormulaa keessattiif sadhata hamamta bu'uura fili.
Kasaalee
Hamamta sadhata kasaalee foormulaa keessa hamamta bu'uura wajjiin gitaawa ta'e fili.
Fankishinootas
Hamamta sadhata maqoota fi miseensota faankishinii foormulaa keessa kabiroo hamamta bu'uuratti gitaawa ta'e fili.
Ogeejjiilee
Hamamta sadhata ogeejjii herreega foormulaa keessa hamamta bu'uuratti gitaawaa ta'e fili.
Timijiiwwan
Hamamta sadhata timijii foormulaa keessa hamamta bu'uuratti gitaawaa ta'e fili.
Durtii
Jijjiira kee foormulaale haara hundaaf akka durtiitti olka'uuf qabduu kana cuqaasi. Deebin ittisa jijjira kamiyyuu olka'uukeen dura mul'ata.