Mallattoole kabiroo

Mallattoolee herreega gosa garagaraa mul'isa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Foddaa Ajajoota keessaa baafata halqara baniitii, Kabirootafiladhu

Choose View - Elements; then on the Elements pane select Others from the listbox.


Mallattoole bal'inaan

Icon

Partial

Walakkee s dhaaf malattoo saaga. Foddaa Ajaja ajaji: walakkee

Icon

Infinity

Mallatto daanga-maleessa saaga. Ajajni foddaa Ajaja: infinity ykn infty

Icon

Nabla

Mallatto ogeejjii karqabee Naablaa saaga. Ajajni foddaa Ajaja: nabla

Icon

There exists

Mallatto jireenya agarsiisu saaga. Ajajni foddaa Ajaja: exists

Icon

There does not exist

Mallatto jireenya agarsiisu saaga. Ajajni foddaa Ajaja: exists

Icon

For all

Mallattoo ibsituu addunyaawa "hundaafi" saaga. Ajajni foddaa Ajaja: forall

Icon

h Bar

Mallattoo kabala-h dhabbata saagat. Ajajni foddaa Ajaja: hbar

Icon

Lambda Bar

Mallattoo kabala-laamda saaga. Ajajni foddaa Ajaja: lambdabar

Icon

Real Part

Mallattoo qaama dhugaa lakkoofsa xaxaa saaga. Ajajni foddaa Ajaja: re

Icon

Imaginary Part

Mallattoo qaama yaada lakkoofsa xaxaa saaga. Ajajni foddaa Ajaja: im

Icon

Weierstrass p

Sajoo mallattoo faankishinii Weierstrass p saaga. Ajajni foddaa Ajaja: wp

Icon

Left Arrow

Sajoon kun xiyya bitaa saaga. Ajajni foddaa Ajaja: leftarrow

Icon

Right Arrow

Sajoon kun xiyya mirgaa saaga. Ajajni foddaa Ajaja: rightarrow

Icon

Up Arrow

Sajoon kun xiyya olii saaga. Ajajni foddaa Ajaja: uparrow

Icon

Down Arrow

Sajoon kun xiyya asii gadii saaga. Ajajni foddaa Ajaja: downarrow

Icon

Ellipsis

Sajoon kun cita (tuqaalee surdalaa xiqqoo sadii) saaga. Ajajni foddaa Ajaja: dotslow

Icon

Math-axis Ellipsis

Sajoon kun cita siiqqee-Math (tuqaale surdalaa sarjaan wiirta'an sadii) saaga. Ajajni foddaa Ajaja: dotsaxis

Icon

Vertical Ellipsis

Sajoon kun cita sarjaa (tiqaale sarjaa sadii) saaga. Ajajni foddaa Ajaja: dotsvert

Icon

Upward Diagonal Ellipsis

Sajoon kun cita shafaaxa asii olii (tuqaalee sadii shafaaxaan gajjeella bitaati gara gubba mirgaa) saaga. Ajajni foddaa Ajaja: dotsup ykn dotsdiag

Icon

Downward Diagonal Ellipsis

Sajoon kun cita shafaaxa asii gadii (tuqaale sadii shafaaxaan olaana bitaati gara gadaana bitaa) saaga. Ajajni foddaa Ajaja: dotsdown

Foddaa Ajaja keessatti backepsilon barreessuun epseelonii duuba saagu ni dandeessa.

Iddooqa foormulaa kee keessatti saaguuf, <?> foddaa Ajajoota keessatti barreessi.