Madaaluu

Odeeffannoo dabalata waa'ee madaalu LibreOffice Math bal'inaan akkasumas fakkeenyootni tokko tokkos asitti argamu ni danda'u. (Mallattoon waraabbii barruu kana keessatti agarsiisu (ibsuuf) qofaaf tajaajila akkasumas qaama fakkeenyoota miti.)

Faakitooriyaalin hin safaramu (fakkeenya: "fact stack{a#b}" fi "fact {a over b}") garuu sarjala ykn wiirtuu yaada walii galaa fayyadamuun hubatamu.

Sadallaan yeroo hunda hamamta dhaabbataas qabu. Kun kan fayyadamnu mallattoolee hunda akka sadallaatti fayyadaman hundaafi. "(((a)))", "( hiriira{a#b#c})", "(a irra b)" madaali.

Sadallaan "bitaa" ykn "mirgaan" durfamu, haata'u malee, yaada walii galaatti qixeefamu. "bita(bita(bita(a mirga)mirga)mirga)", "bita(hiriira{a#b#c}mirga)", "bita( mirga a irra b )" ilaali.

Amalootni tokko tokko hamamta dhaabbata qabu; yoo mallattoo dheera gubba qubachiifamani jiraatan hin jijjirin.

Sajoo Ofegannoo

Caasa sirridhaaf addaan fageenyi fakkeenyoota giddu jiru ni barbaachisa. Yemmu foddaa Ajajaa keessatti galcha galchinuu hin haqin.