Sadallaa fi Gurmeessu
Yaadadha: mallattoon waraabbii fakkeenyoota keessa barruu ibsuuf fayyadu akkasumas qabiyyee foormulaa fi ajajootatti hin qoodaman.
Yemmu foddaa Ajaja keessatti foormulaa fakkeenya barreessinu, caasa sirridhaaf iddoon akka barbaachisu yaadadha.
Sadalgoon "{}" himannoo walitti gurmeessuun himannoo haara tokko unkeessuuf fayyada. Fakkeenyaaf, "sqrt {x * y}" iskuweer ruuttii baayyisu hundaa x*y ti, garuu "sqrt x * y" iskuweer ruuttii x y'n baayyisa. Sadalgoon iddoo dabalata hin barbaadani.
Set brackets were previously inserted in the Elements pane or directly in the Commands window as "left lbrace <?> right rbrace". Now, a left and a right set bracket can also be inserted using "lbrace" and "rbrace", with or without wildcards.
Dimshaashumatti sadallaa gosa garagaraa sadeettu(8) argama. Sadallaan "ceil" fi "floor" yeroo hundaa qajeelfama asii olii fi gadi intiijerii ittaanutti: "lceil -3.7 rceil = -3" or "lfloor -3.7 rfloor = -4" naanneessuuf fayyada.
Sadallaa ogeejjii (sadallaa kofa sarara sarjaa gidduu isaani waliin), sirnasxaa fiiziksii keessatti baratamoo dha: "langle a mline b rangle" ykn "langle a mline b mline c irra d mline e rangle." Hojjaa fi qubachiisa sararoota sarjaa yeroo mara sadallaa marfameen sirritti walitti dhufa.
Sadallaan hundi tarii cimdii qofaan fayyadamu. Sadallaan amala baramoo tokko tokko qabu.
Sadallaan gosa hundinuu dalagaa gurmeessuu walfakkaata akka sadallaa "{}" tiif ibsameetti qabu.
Sadallaa gosa hundaa, kanneen mul'atan dabalate, gurmuu duwwaa hiiku hayyamu.Himannoo marfamee egaa duwwaa ta'u danda'a.
Sadallaan himannoo itti marfamaniin hamamta isaani hin mijeessani. Fakkeenyaaf, yoo "( a irra b )" sadallaa waliin hamamta a fi b mijeefamu barbaadde "bitaa" fi "mirga" saagu qabda. "Bitaa(a irra b mirgaa)" galchuun hamamta mija'aa nuu uuma. Yoo, garuu, sadallaan ofumasaniiti qaama himannoo ta'ani, hamamtaan hundi ni jijjiirama, jijjiirama hamamta of keessatti ni haammatu: "hamamta 3(a irra b)" fi "hamamta 12(a irra b)". Reeshoon himannoo sadallaa-gara-sadallaa hamamteessu yoomiyyu hin jijjiramu.
Hanga "biitaa" fi "mirgi" ramaddi sadallaa adda mirkaneessanitti, sadallaan qeenxe marri akka yaada walii galaa ajajoota lamaniitti fayyadamu ni dandeessa, isumayyuu sadallaa mirga gara bitaa, ykn sadalla bita gara mirga qubachiisa. Bakka sadallaa guutaa "homaa" fayyadamu ni dandeessa, kana jechuun sadallaan mula'atu hin jiru akkasumas iddoon sadallaadhaaf olkaawame hin jiru. Kana fayyadamuun himannoo armaan gadii uumu ni dandeessa:
-
bitaa lbrace x mirgaa homaa
-
bitaa [ x right )
-
bitaas ] x right [
-
bita rangle x mirga lfloor
Seerotuma walfakkaatatu "bitaa" fi "mirgaa" tti fayyadama akka sadallaa kabirootti: akka gurmuu ijaaruttis ni hojjetu akkasumas tari himannoo duwwaas ni marsu.
Makaan sadallaa wal hin simiin, sadallaa qeenxe fi sadallaa lamatta bitaa fi mirgaa qubachiifamaan yeroo mara foormuloota herrega keessatti uumamu. Kan armaan gadii foormula yeroo barreessinu dogongora uuma:
-
[2, 3) - addaan fageenya bana mirga
"Bitaa" fi "mirga" fayyadamuun himannoo armaan olii LibreOffice Math keessatti gataa'aa godha: "bitaa [2, 3 mirga )". Haata'u malee, sadallaan kun hamamta dhaabata kamiyyuu hin qabu sababni isa hima wali galaatti mijeefama. Sadallaa qeenxe qindeessun laklamee cumbersome. Kanaafu, "\" (haxaarroo) fuuldura sadallaa baratamoo qubachiisuun sadallaa qeenxe hamamtaa dhaabataa waliin agarsiisu ni dandeessa. Sadallaan kun egaa akka mallattoo kabiroo kamitti boqotu akkasumas dalagaa sadallaa adda ta'e kana booda hin qabatani; kanaafis akka gurmuu ijaarutti hin hojjetanu akkasumas qaabachiisi isaani mallattoole kabirootti walitti dhufa. "Hamamta *2 \langle x \rangle" fi "hamamta *2 langle x rangle" ilaali.
Millu irrakeessa guutu akka armaan gaditti
-
\{ or \lbrace, \} or \rbrace
-
\(, \)
-
\[, \]
-
\langle, \rangle
-
\lceil, \rceil
-
\lfloor, \rfloor
-
\lline, \rline
-
\ldline, \rdline
Rakkoo kamiiniyyu ala kara kanaan addaan fageenya akka armaan oliitti LibreOffice Math keessatti ijaaru ni dandeessa: \[2", "3\) ykn "\]2", "3\[ (Hubadhu: Mallattoon waraabbii qaamq galfata ti.)
Maalo malattoo waraabbii galuu akka qabu yaadadha akkasumas jijjirra+2 fayyadamuun argama akkasumas mallattoo waraabbii typographical waliin ala. Walumagalatti, mallattoo buufattoo (haala ammatiin akka qoodduu) akka barrutti qindeessa. Akka "\[2,~3\)" barreessuun yoo danda'ames akki armaan olii filatamadha. Fakkeenya darbe keessatti, hamamtaan sadallaa hamamta bocquu fayyadamne irratti hirkachuun isaa "hamamta dhaabata" yeroo hunda ibsa.
Gareele walitti taasisuun hamma ta'e rakkoorra bilisa. Foormulaa hat "{a + b}" keessatti "hat" salphanumatti wiirtu "{a + b}" irratti agarsiifama. Akkasumas, "halluu diima lceil a rceil" fi "grave hat langle x * y rangle" akka tilmaamanitti hojjetu. Bu'aan qubee kana "grave {hat langle x * y rangle}" waliin wal madaalu dandeessa. Amalootni kun hin dorgomanu, garuu walitti makamu danda'u.
This differs slightly for competing or mutually influencing attributes. Kun yeroo hunda haala amaloota bocquu waliin. Fakkeenyaaf, halluu kam b "halluu keelloo halluu diima (a + halluu magariisa b)" keessa qaba, ykn hamamta kam "hamamta *4 (a + hamamta /2 b) keessa qaba"? hamamta bu'uura 12 kenname, hamamta 48 qabaa, 6 ykn isayyu 24 (akka makatti ilaalamu danda'amu)? Kanneen armaan gadii seerota qulqullina buu'ura ti, gara fuulduratti haalan duuka bu'amu. Walumagalatti, seerotni kun gurmu dalagaale hundaattti fayyadami. Kun dhiibba mul'atu amaloota bocquu kan akka "bold", "ital", "phantom", "size", "color" fi "font" irratti qaba:
-
Dalagaalee garee tarree keessa akka dalagaan qeenxe hundi sadalgoodhaan marsameetti ilaalama. They are nested, and sadarkaa hunduma keessatti dalagaa tokkoo oli caala hin jiru. As biratti fakkeenya foormulaa dalagaale garee heeddu waliin: "hamamta 12 bocquu halluu diima hamamta sans -5 (a + hamamta 8 b)" aka "{hamamta 12{halluu diima{bocquu sans{hamamta -5 (a + {hamamta 8 b})}}}}".
-
Fakkeenyi foormulaa kun egaa bitaa gara mirgaatti hiikama. Dalagaaleen kun garee ykn himannoo isaanin walitti dhufoo ta'ani qofa irratti dhiibba fidu. Dalagaaleen mirgaarra fagaatani jiranuu warreen dursanii waliin ofiisaniin "bakka wal buusu" ykn "wal maku".
-
Dalagaan garee miidha kamiiniyyu dalagalee sadarkaa olaana hin qabu garuu garee fi himannoo sadarkaa gadaana qofa irratti miidha fida, sadallaa fi irrarfii/jalarfii dabalate. Fakkeenyaaf, "a + hamamta *2 (b * hamamta -8 c_1)^2"
Dalagaalee gosa walfakkaata dursan kamiyyu "halluu ..." fi "bocquu ..." akkasumas "hamamta n" (n'n kurnyee) bakka bu'a
Dhiibbaan dalagaalee "hamamta +n", "hamamta -n", "hamamta *n", fi "hamamta /n" walmaka,
"hamamta *2 hamamta -5 a" hamamta jalqabaa dachaa godhe 5 hir'isa
"bocquu sans ( a + font serif b)"
"size *2 ( a + size /2 b )"
Hamamta foormula jijjiiruf, "size +" or -,*,/ fayyadama. "Hamamta n" hin fayyadamina. Kun salphaanumatti halqara kamiiniyyuu keessatti ni fayyadamta. Kun akka atii gara naannoo birootti garagalcha fi maxaansi fayyadamte garagalchitu sii dandeessisa. Bu'aan isaa walfakkaatadha. Itti dabalataan, himannoon akkasii yemmu "hamamta n" fayyadamnu caala hamamta bu'uura baafata keessa jijjiiruf jiraatu. Yoo atii "hamamta *" fi "hamamta /" (fakkeenyaaf, "hamamta *1.24 a ykn hamamta /0.86 a") qofa fayyadamte gitaawummaan isaani hin badu.
Fakkeenyoota (hamamta bu'uura 12 waliini fi 50% kasaalef):
Sirritti "hamamta 18 a_n" fi "hamamta *1.5 a_n" kana waliin gitaawa dha.
Haallee garagaraa keessatti garagara: "x^{hamamta 18 a_n}" fi "x^{hamamta *1.5 a_n}"
Hamamta +n waliin fakkeenyoota wal madaalu. Walfakkaata fakkaatu:
a_{size 8 n}
a_{size +2 n}
a_{size *1.333 n}
Fakkeenyootni armaan gadii garuu wsl hin fakkaatani:
x^{a_{size 8 n}}
x^{a_{size +2 n}}
x^{a_{size *1.333 n}}
n marti as biratti hamamtaale garagara qabu. Hamamtaan 1.333, 8/6 irra argama, hamamtaan yaadame hamamtaa kasaa durtii 6 hirama. (hamamta kasaa 50% hamamta bu'uura 12 waliin)