Faankishinoota

Fakkeenya akkaata faankishiniin LibreOffice Math wajjiin uumamu. Yoo foormulaa kee keessatti fayyadamu barbaadde, gabatee muraa fayyadamuun foddaa Ajaja tiif garagalchuu dandeessa.

Functions

func f(x","y)={x sin x~ tan y} over {cos x}