Tarreentaa Bocquu Yabbuuni

Fakkeenya akkaata itti tarreentaan bocquu yabbu waliin LibreOffice Math keessatti uumamu. Gabatee muraa fayyadamuun fakkeenya kana foddaa Ajaja tiif garagalchuun foormulaa kee keessatti fayyadamu ni dandeessa.

Matrix in bold font

bold { f(x", "y) = left [ stack { x + y over z + left lbrace matrix { 2 # 3 # 4 ## 4 # 5 # 6 ## 6 # 7 # 8} right rbrace # {y + sin (x)} over %alpha # z + y over g } right ]}