Tarreentaa hamamtaalee Bocquu Jijjiiramaa waliin

Fakkeenya akkaata tarreenta hamamta bocquu jijjirama wajjiin LibreOffice Math keessatti uumamu. Gabatee muraa fayyadamuun fakkeenya kan foddaa Ajaja tiif garagalchitee foormulaa kee keessatti fayyadamu ni dandeessa.

Matrix with varying font sizes

func G^{(%alpha" ," %beta)}_{ x_m x_n} = left[ matrix { arctan(%alpha) # arctan(%beta) ## x_m + x_n # x_m - x_n }right]