Mallattoole Kasaale waliin

Fakkeenyootni armaan gadii akkaata itti mallattooleen kasaale wajjiin LibreOffice Math keessatti itti uumaman ibsa. Gabatee muraa fayyadamuun fakkeenya kan foddaa Ajaja tiif garagalchitee foormulaa kee keessatti fayyadamu ni dandeessa.

Symbols with Indices

D_mn^ size /2 LEFT(3 OVER 2 RIGHT)