Faaran Xinneessi

Foormulaa madallii agarsiisa 25% n hir'isi. Madaalliin guddisuu kabala haalojiirratti ni agarsiifama. Madaallii baafata halqara kabali haalojii kessa jiru irra jijjiiru ni dandeessa. Baafatni halqara bakka hojii filannoo guddisuus of keessa qaba.

Ajaja kana bira gahuuf...

Mul'annoo - Faaran Xinnessi filadhu

Kabala Meeshaalee irra,

Sajoocuqaasi

Faaran Xinnessi