Kabala Toorii

Mul'annoo Toorii keessaa, kabalii toorii meeshaalee gulaalii yeroo hedduu itti fayyadamtu of keessaa qaba. Click the arrow next to an icon to open a toolbar that contains additional commands. Kamshaa isa ajajawwan dabalataa of keessaa qabu banuu, xiyya sajootti aanee jiru cuqaasi.

Guddisii

Agarsiisa argii galmee ammee ni hir'isa yookiin ni bal'isa. Xiyya sajootti aanee jiruu cuqaasi Guddissi kamshaa. banuuf

Sajoo

Dinqisiisuu (LibreOffice Toorii keessaa fi Mul'anno Islaayidii Guddisuu)

sadarkaa Tokkoffaa.

Mataa dura islaayidii kan agarsiisu islaayidii ammee mata dure islaayidoota malee dhoksa. Mata dureen dhoksaa sarara gurraacha fuul dura mataduree islaayidiitiin agarsiifama. Mata dureewwan agarsiisuuf, sajoo Sadarkaawwan Hundaaf cuqaasi.

Sajoo

Sadarkaa Tokkoffaa

Sadarkaalee Hundaa

Mata duree islaayidii dhokataa mul'isa islaayidii ammee keessaa agarsiisa. Mata durreewwan mul'isa islaayidii ammee keessaa dhoksa, mata dureewwan islaayidii alaa sajoo Sadarkaa Duraa cuqaasi.

Sajoo

Sadarkaalee Hundaa

Qabxiiwwan Xixiqqoo Dhoksuu

Mata duree xiqqo, mata duree filatamee dhoksa. Mata duree xiqqoo dhokataan sarara gurracha mata duree fuulduratti argamuun agarsiisa. Sadarkaa gadaanaa mata dureewwanii mul'isuuf, sajoo Qabxii xiqqoo mul'isii cuqasi.

Sajoo

Qabxiwwan Xixiqqo dhoksi

Qabxii Xixiqqo mul'isi

Mata-dureewwan xixiqqoo mata-dureewwanii agarsiisa. Mata-dureewwan xixiqqoo mata-durichaa dhooksuuf, sajoo Qabxiiwwan xixiqqoo dhoksii cuqaasii.

Sajoo

Qabxii Xixiqqo mul'isi

Dhangii Ibsuu/Dhaamsuu

Shows or hides the character formatting of the slide headings. To change the character formatting of a heading, open the Styles window, right-click a style, and then choose Modify.

Sajoo

Dhangii Ibsuu/Dhaamsuu

Gurrachaa fi adii

Islaayidoota kee gurraachaa fi addii qofa mul'isa.

Sajoo

Gurraachaa fi Adii

Agarsiisa Islaayidii

Agarsiisa Islaayidiikee jalqabaa

Icon

Agarsiisa Islaayidii