Kabala Haalojii

Kabalii haalojii oddeefannoo waa'ee galmee keetii, wantaa amma filataman dabalee agarsiissa. foddaa qaaqa kanaan walfakkatan banuuf, wantoota kabala haalojii dhuma san irra lama-cuqaasuu nidandeessa.

Hammamtaa Ammee

Iddoo qaree kallatti X fi Y tiin agarsiisuu fi haammamtaa wanticha filatame.

Guddisi

Sababa guddisi fuula ammee agarsiisuu ifteessa.

Fooyya'iinsa Galmee

Yoo jijjiiramne galmee hanga ammattti ol hin kaa'amne, "*" dirree kabala haalojii kana keessatti mul'isa. Kunis haarawaaf fayyada, galmeewwan olkaa'ameefii miti.

Islaayidii/Sadarkaa Ammee

Lakkofsa islaayidii ammee kan lakkoofsa walii gala islaayidootatti aanee jiru agarsisa.

Akkaataa Fuula Ammee

Akkaataa fuula ammee mul'isa. Akkaataa gulaaluf lama cuqaasi, akkaataa biroo filuuf mirga cuqaasi.