Kabala Dhangeessaa Barruu

Kabala Dhangeessaa Barruu agarsiissuudhaaf, qaree wanta barruu tokko keessa kaa'i.

Maqaa Bocquu

Maqaa bocquu tarreerraa filuu ykn maqaa bocquu sududaan galchu sii hayyama.

Bocquuwwan hedduu buufatoota xinnaadhan qoodaman galchuu ni dandeesa.LibreOfficemaqoota bocquu tarreen dhufan fayyadama yoo bocquuwwan durtii argamuu baate

Sajoo

Maqaa Bocquu

Hammamtaa Bocquu Font Size

Hammamtaa bocquu gara garaa tarree irraa akka filattu ni heyyama ykn hammamtaa hujeekaa galchuuf.

yabbuu

Barruu filatame yabbuu taasisa. Yoo qareen jecha keessa jiraate, jechi marri yabbuu ta'a. Yoo filannoon ykn jechi yabbuu ta'ee argame, dhaangessuun ni haaqama.

Sajoo

Yabbuu

Mirgada

Barruu filatame mirgada taasisa. Yoo qareen jecha keessa jiraate, jechi marri mirgada ta'a. Yoo filannoon ykn jechi mirgada ta'ee argame, dhaangessuun ni haaqama.

Sajoo

Mirgada

Jalmuri

Barruu filatame jamura ykn jalmuraa haaqa.

Sajoo

Jalmari

Halluu Sararaa

Click to apply the current font color to the selected characters. You can also click here, and then drag a selection to change the text color. Click the arrow next to the icon to open the Font color toolbar.

Sajoo

Halluu Bocquu

Bitaa

Keewwata(oota) filataman gara muudana fuula bitaatti hiriirsa.

Sajoo

Bitaa Hirirsuu

Handhuura

Keewwata(oota) filatman fuula irratti handhuuressa.

Sajoo

Mirga

Keewwata(oota) filataman gara muudana fuula mirgaatti hiriirsa.

Sajoo

Mirga Hiriirsuu

Mirkaneessi

Keewwata(oota) filataman gara muudanaalee fuula bittatti fi mirgaatti hiriirsa. Yoo barbaadde, dabalataanis diqaalalee hiriirfamaa sarara dhuma keewwataatif Dhangii - keewwata - Hiriirfama filachuun ifteessuu dandeessa.

Sajoo

Qixeeffamaa

Addaan fageenya dabalaa

Addaan fageenya keeyyata keeyyata filame irraa dabaluuf sajoo Addaan Fageenya jedhu cuqaasaa.

Sajoo

Addaan fageenya dabalaa

Addaan Fageenya Hir'isi

Addaan fageenya keeyyata keeyyata filame gubbaa hir'isuuf sajoo Addaan fageenya Hir'isi jedhu cuqaasi.

Sajoo

Addaan Fageenya Hir'isi

Handaara Banaa/Cufaa

Tuqaalee rasaasaa gara keewwata filameetti ramadi ykn keewwatoota rasaasamerraa haqi.

Sajoo

Handaara Banaa/Cufaa

Arfii

Bocaquu fi dhangeessuu bocquu arfilee filatamanif jijjiira.

Icon

Arfii

Keewwata

Modifies the format of the current paragraph, such as indents and alignment.

Icon

Keewwata

Gargaarsa Afaan Eeshiyaa

These commands can only be accessed after you enable support for Asian languages in - Language Settings - Languages.

Barruun bitaa irraa gara mirgaa ce'a

Specifies the horizontal direction of the text.

Sajoo

Kallattii barruu bitaa irraa gara mirgaa

Barruun gubbaa irraa gara jalaa ce'a

Specifies the vertical direction of the text.

Sajoo

Kallatti barruu gubbaa irraa gara jalaa

Bocquu Dabala

Hammamtaa bocquu barruu filamee dabala.

Bocquu Hir'isa

Hammamtaa bocquu barruu filatamee hir'isa.