Agarsiisa Islaayidii

Ajajawwan fi dirqalawwan dhiheessaa tokkoo kaasuuf gargaaran of keessaa qaba.

Agarsiisa Islaayidii

Agarsiisa Islaayidiikee jalqabaa

Qindaa'inoota Agarsiisa Islaayidii

Qindaa'inoota agarsiisa islaayidii keetiif, hiika kam eessa irraa akka jalqabduu, haala islaayidoota keetii ittiin olaansituu, akka kuuwwan pirezenteshiini, fi dirqaloota qaree hunda dabalatee jechuudha.

Yoroo Shaakaluu

Agarsiisa islaayidii bitaamoggee gadiitti lakkoofsa yeroo waliin jalqaba.

Qunnamtii

Yeroo agarsiisa islaayidii yommuu wantichii filatamee akkamitti amala akka agarsisuu hika.

Sochii Fakkinaa Maamiloo

Assigns effects to selected objects.

Islaayidii Ce`uumsaa

Defines the special effect that plays when you display a slide during a slide show.

Islaayidii Mulisi/Dhoksi

Islaayidii filatamee yeroo mul'atu akka hin agarsiifamne taasisa.

Agarsiisa Islaayidii Maamiloo

Pirezenteshiinicha ammaa keessa islaayidoota fayyadamuun agarsiisaa islaayidii baratamoo hiika feedhii dubbistoota keeti guutuuf islaayidoota kaasuu dandeessa. Agarsiisoota islaayidii baratamoo hamma dandeessuu uumuu dandeesa.