Saagi

Bafatii kun, ajajawwan isa miseensa haaraa galmee keessatti fakkeenyaaf, saxaatoo, wantawwan, arfiilee addaa fi faayiliiwwan kabiroo saaguuf fayyadu of keessaa qaba.

Duplicate Duplicate Slide

Islaayidii ammaa booda garagalch islaayidichaa galcha.

Islaayidii Baaldhisi

Tokkon tokkoon qaphxii toorii sadarkaa ol'anaa (matadure barreeffamaa toorii sadarkaawwan irraa sadarkaa tokko gadi suqun barresi) islaayidicha haaraa filatamee irraa islaayidii haaraa uuma. Tooriin barreeffamaa kuni mataduree islaayidii haaraa ta'a. Qaphxiiwwan toorii sadarkaa olaanaa jala islaayidicha jalqabaa irra jiran sadarkaa tokkoo gara islaayidicha haaraatti ce'uu.

Goolaba Islaayidii

Islaayidii haaraa matadureewwan islaayidootaa islaayidiicha filatameehordofan keessaa tarree rasaasa'ee qabaatuu Uumi. Islaayidiichii goolaba duba islaayidiichaa maayyiitti saagama.

Lakkoofsa Fuulaa

Lakkoofsa islaayidii yk lakkoofsa fuulaa ida'a.

Guyyaa fi Yeroo

Guyyaa fi yeroo akka dirreetti dabala

Dirrewwan

Dirrewwan waliini kan islaayidii kee keessati saaguu andeessuu tarressa.

Yaada

Inserts a comment around the selected text or at the current cursor position.

Arfii Addaa

Allows a user to insert characters from the range of symbols found in the installed fonts.

Mallattoo Dhaangi'aa

Opens a submenu to insert special formatting marks like non-breaking space, soft hyphen, and optional break.

Geessituu

Opens a dialog that enables you to create and edit hyperlinks.

Calaqqee Sochii Qabu

Creates a custom animation on the current slide. You can only use existing objects to create an animation.

Gabatee

Gabate haaraa islaayidicha yookin fuulicha ammaa keessa saaga.

Irradeebii

The submenu presents various sources that an image, audio or video can be insert from.

Audio or Video

Inserts a video or audio file into your document.

Wanta

Inserts an embedded object into your document, including formulas, 3D models, charts and OLE objects.

Taattoo

Taattoo saaga.

Goodayyaa Bololi'aa

Goodayyaa bololi'aa galmee ammee keessatti saaga. Goodayyaawwan bololi'aan qabeentoota faayilii biroo agarsiisuuf galmeewwan HTML keessatti fayyadu. Gooayyaawwan bololi'aan Naanneessaa 4.x. tiin hin deeggaramne.

Fayilii

Faayilii gara islaayidii ka'aati saaga. Galmee yookiin faayilii barreeffama HTML irraa fakkasaa. LibreOffice yookiin faayilii Impressi yookiin barreeffama saaguu dandeessa.

Irrantoo fi jalaantoo

Adds or changes text in placeholders at the top and the bottom of slides and master slides.