Agarsiisa Islaayidii Mul'suu

Agarsiisa islaayidii jalqabuuf karaalee adda addatu jiru. erga agarsisni islaayidii hojateen booda too'annoo dhiibuun fayyadamuu ykn qabduulee hantuutee cuqaasuu dandeessa.

Duraantoon yeroo hunda agarsiisuu islaayidii islaayidii tokkoffaarraa jalqaba . Hujee kaan hanga islaayidii maayiitti, olaansuu dandeessa. Qindaa'innoota kanneen jijjiru dandeessa.

Agarsiisa Islaayidii Adeemsiisu

Sajoo Qaxxee

If you want all shows to start from the current slide instead of the first slide, choose - LibreOffice Impress - General and click Always with current page.


Sajoo Qaxxee

Maayyii ga'uu duratti agarsiisiicha kutuuf ESC cuqaasi.


Agarsiisa islaayidii too'achuuf, fuurtuuleen baay'ee hedidu ta'anitu jiru. Ajajoota barbaachiisoota ta'anin bafata halaqaraa banuuf, mirga-cuqaasuu dandeessa.

Agarsiisa islaayidii ofmaa mul'isuu (kiosk halata)

Gara islaayidii itti aanuutti ofmaan jijjiiruuf, islaayidoota dirqama ramadu qabda.

  1. Open the Slide Transition sidebar deck.

  2. Iddoo Islaayidii olaansi keessatti, Battalumatti cuqaasitii tumaata sa'aati fili.

  3. Islaayidoota Hundaaf Fayyadami Cuqaasi.

Sajoo Qaxxee

Gara islaayidii itti aanuutti darbuuf, tokkon tokkon islaayidoota, sa'atti garagraa ramaduu fi dandeessa. amali sa'aatti shaakalakename sa'aati sirri kenname akka argatu si gargaara.


Erga isaayidoota hundi muul'atan booddatti gara islaayidii itti aanuutti olaansuuf, battaluumatti irra deebi'uu islaayidiicha diraqama qindeessu dandeessa.

  1. Agarsiisa Isiaayidii - Agarsiisa Islaayidii Qindaa'noota fili.

  2. Iddoo Maxxansa keessatti Ofmaa cuqaasiitii sa'aatti afuurfannoo agarsiitoota giddu filadhu.

Faayilii irraa agarsiisa islaayidii

Kakaasaa ajaja, itti aansuuniis, -agarsiisa hallawwan murteessaa fi maqaafaayilii Impress LibreOffice jalqabuu dandeessa, fakkeenyaaf maqaa faayilii, maqaafaayilii.odp jedhu kakaasaa ajajoota keessaa filachuuf, itti aanuu galchu dandeessa:

soffice-agarsiisa maqaafaayilii.odp

kuniis soffice xurree sagantaa sirna keetti keessatti akka jirruutti fudhata. maqaafaayilii.odp immoo galeeloo amma keessatti argama.