Maxxansa Dhiyeessa

Qindaa'inoota maxxansa durtii

  1. Impressi (officename) tiif dirfaloota durtii maxxansuu qindeessuuf, Meeshaalee – dirqaloota – impressi PRODUCTNAME – Maxxansa fili.

Pirezanteshiini ammaantiif dirqaloota maxxansaa qindeessuu.

  1. maayilii – maxxansa fili.

  2. Click the LibreOffice Impress or the Options tab page, and then select the printer options.

    Dalagaa maxxansa amaa qofaaf, qindaa'innootni kunneen, Meeshaalee – Dirqaloota – impressi % PRODUCTNAME Impress

Maxxansa keessatti, dirqaloota maxxnsa durtii faccisu.

  1. Faayilii – maxxansa fili.

  2. On the General tab page of the Print dialog, select the "Handouts" entry from the Document listbox.

  3. Lakkoofsa islaayidootaa fuula fulaan maxxansu barbaadduu fili

Dirqaloota maxxansaa, hirtaaleef qindeessuu

  1. Cancala hirtaa cuqaasi

  2. Sanduuqa qaaqaa Irraantoo fi Jalaantoo banuuf, Saagi – Lakkoofsa Fuulaa fili.

  3. Barruu irraantoo fi jalaantoo hirtaaleedhaaf galchuf Yaadannoo fi Hirtaalee cuqaasi.

    You see four areas on this dialog with check boxes for Header, Date and time, Footer, and Page number. These four areas correspond to the four areas in the corners of the master handout view.

  4. Irraantoo, jalaantoo fi guyyaaf barruu galchi. Fuulota hirtaaf lakkoofsa kennuu yoo feete, saandua Lakkoofsa fuulaa mirkanneessi. Barruun Irraantoo keeti akka maxxanfamu yoo barbaaddee sanduuqni filannoo akka dandeessifame mirkanneeffadhu.

  5. Hundaaf fayyadami cuqaasi.

    The fields in the master handout view on screen are not updated, but the text that you entered will be printed.

Hirtaalee ykn yaadannoo maxxansuu

  1. Faayilii – maxxansa fili.

  2. Sanduuqa tarree qabeentootaa enqaasitii akaakuulee qabeentoota maxxanfamu qaban fili

  3. Hirtaalee yookin yaadannoo fili, ykn islaayidootaa tokkon tokkon fuula waraqaa kanarratti maxxanfaman fili.

Sajoo Qaxxee

Fii;ppta waraqaa ,axxamfam orratto upp teessi,a os;aauodo lam borpp barbaadde, islaayidoota gara naannoo mul'annoo hirtaatti siqsuuf, hantuuttee fayyadmi.


Hangii islaayidootaa maxxansuu

  1. Mul'annoo – fooyyaa islaayidii fili.

  2. Jijjiiraa gadi qabitii hangii islaayidoota maxxansuu barbaaddu fili

  3. maayilii – maxxansa fili.

  4. In the Range and copies area, click Slides.

  5. Lakkoofsoota islaayidii maxxansuu barbaaddu. galchi, kana boodaTole cuqaasi.