Hamamtaa waraqaa waliin walsimsiisuuf islaayidii maxxansu

Yemuu maxxansiitu hamamtaa islaayidii xiqqeessuu dandeessa, kanaaniis, ilsaaidiichii fuula maxxanfamee waliin wal simuu danda'a.

  1. Caamee maxxansuu barbaadduu bani

  2. In Normal View, choose Slide - Properties, and then click the Page tab.

  3. Bal'ina Qindaa'inoota teessuma keessaa, sanduuqa filannoo Wanta dhangii waraqaatti siimsiisi fili.

  4. Bal'ina Dhangii Waraqaa keessaa Dhangii fili.

  5. TOLE cuqaasi, islaayidiichii, fuula maxxanfame waliin akka walsuuf, hamamtaan isaa ni jijjiirama.

Maxxansa Dhiyeessa