Dhiyeessa islaayidii biraa irraa garagalchuu

Pirezanteshiini biro irraa islaayidoota gara pirezanteeshiini ammaattisaguu dandeessa. Pirezenteshiinoota gidduutis islaayidoota maxxansuu dandeessa

Pirezanteeshiini biroorraa islaayidii saaguuf:

  1. Dhiyeessa bantiitii, Mul'annoo - Baratamoo fili.

  2. Saagi – Faayilii fili

  3. Faayilii dhiyeessa islaayidii saaguuf barbaadduu of keessaa qabuu mul'isi, kana booda Saagi cuqaasi.

  4. Mallattoo idaati sajoo faayilii pirezanteshiini maddi jiru cuqaasi, kana booda islaayidii (oota) saaguu barbaadduu fili.

  5. TOLE cuqaasi.

Pirezanteshiinoota giddutti islaayidoota gara galchuu fi maxxansuf:

  1. Pirezanteshiinoota gidduu isaanitti gara galchuu fi maxxansu barbaaddu bani.

  2. dhiyeessa islaayidii (oota) gara garchuu barbaadduu of keessaa qabu, keessaa, Mul'annoo – fooyaa islaayidii fili.

  3. Islaayidii (oota) fili, kana booda Gulaali – garagalchii fili.

  4. Iddoo islaayidii (oota) maxxansuu barbaadduutti gara pirezanteeshiinotti jijjiiri, kana booda Mul'annoo – Baratamoo fili.

  5. Islaayidii, islaayidiin gara galffamee hordofuu fili, kana booda Gulaali – Maxxansi fili.

Saaguu - Faayilii