Sarara qonyoowwaa fili, kana Qonyoota Gulaaluu

Segmantii sarara qonyoowwan qaphxiilee deetaa lamaa (qaphxii dhumaa) fi qaphxiilee too'annoo lama (qabannoo) of keessa qaba. Qaphxii deetaa gara akaakuu garagraatti jijjiruu ykn qaphxiilee to'oonna gara iddowwan adda addaatti harkisuun boca qonyoo jijjiruu dandeessa.

Sarara filachuun fi Dhangii - Sarara filachuun amaloota sararaa fooyeessuu dandeessa.

Sajoo

Qaphxilee deetaa fi qaphiilee too'annoo sarara fi qonyoowwaa ilaaluuf, sarara fili, kana booda sajoo Qaphxiilee kabala Fakkasaa irra jiru cuqaasi. Qaphxilee deetaa yemmuu skuweerdhaan bakka bu'aman qaphxiilee too'annoo ammoo gengoodhaan akka buttamu qaphxii too'annoo qaphxii deetaa irratti dacha'ee taa'u danda'a.

Segmenti sarara qonyoowwaa mijeessuuf:

  1. Sarara qonyoowwaa fili, kana booda sajoo qaphxiilee kabala Fakkasaa irraa cuqaasi.

  2. Kanneen itti aanana keessaa tokko hojadhu:

Sarara Qonyoowwaa adda baasuuf:

Sarara qonyoowwaa qaphxiilee sadii fi sadii ol qaban qofa adda baasuu dandeessa.

  1. Sarara qonyoowwaa fili, kana booda sajoo qaphxiilee kabala Fakkasaa irraa cuqaasi.

  2. Qaphxii deetaa fili, kana booda kabala Qaphxilee Maayyii irraa sajoo Qonyoo Addabaa cuqaasi.

Boca cufamaa Uumuuf:

  1. Sarara qonyoowwaa fili, kana booda sajoo qaphxiilee kabala Fakkasaa irraa cuqaasi.

  2. Kabala Qaphxiilee deetaa Gulaaluu irraa, sajoo Bézier Cufi cuqaasi.

Qaphxiilee deetaa sarara qonyoowwaa irratti jijjiiruuf:

  1. Sarara qonyoowwaa fili, kana booda sajoo qaphxiilee kabala Fakkasaa irraa cuqaasi.

  2. Qaphxii deetaa jijjiiruu barbaadduu cuqaasitii kanneen itti aanan keessaa tokkoo hojjadhu:

Qaphxii deetaa ida'uuf:

  1. Sarara qonyoowwaa fili, kana booda sajoo qaphxiilee kabala Fakkasaa irraa cuqaasi.

  2. Kabala Qaphxiileee Gulaaluu irraa, sajoo Qaphxiilee Saagi cuqaasi.

  3. Iddoo qaphxii dabaluu barbaadduutti sararicha cuqaasitii haanga fageenya xiqqootti harkiisi.

Sajoo Qaxxee

Yoo qaphxii deetaa qaphxii too'annoo qabaachuu baate, qaphxii deetaa fili, kana booda kabala Qaphxiilee Gulaali irraa sajoo Gara Qonyootti Jijjiirii cuqaasi.


Qaphxii deetaa haquuf:

  1. Sarara qonyoowwaa fili, kana booda sajoo qaphxiilee kabala Fakkasaa irraa cuqaasi.

  2. Qaphxii haquu barbaaduu cuqaasi.

  3. Kabala Qaphxiileee Gulaaluu irraa, sajoo Qaphxiilee Haqi cuqaasi.