Qonyoota Fakkasaa
Sajoon Qanyoo kamshaa Fakkasaa irraa kamshaa qonyoota BĂ©zier fakkasuuf oolu bana. Qonyootii BĂ©zier qaphxiilee jalqabaa fi dhumaa jedhamaniin hikama. Qonyoowwaan Qonyoo BĂ©zier qaphxiilee too'annoo ("qabannoota") jedhamaniin hiikama. Qaphxiilee too'annoo sochasuun boca qonyoo BĂ©zier jijjiira.
Qaphxiileee too'annoo halata "Qaphxiile Gulaali" qofaan mul'atu. Qaphxiilee too'annoogengoodhaan bakka bu'ama. Qaphxiileen anchor immoo iskweeriidhaan bakka bu'ama. qaphxii jalqabaa xiqqoo qaphxiilee anchor irraa guddata
Segmantoota qonyoo BĂ©zier fi sarara qajeelaa walitti makamuun qonyoota BĂ©zier baay'ee xaxamaa ta'aan uumu. Ce'uumsootni garagaraa sadi ta'an gara sagmentoota cinnaatti argamanitti makkamuuf fayyaduu danda'u:
-
Qaphxiin hituu walfakkaatoo mogaa lamaan keessaa gama tokkon dacha'aa sararaa walfakkaatoo fi sararoota too'annoo akka sarara qajeelaatti waliin socho'an lama of keessaa qaba.
-
Qaphxiilee lalaafaan mooggaa kamiiniyyuu sarara jalataa adda addaa qabaachuu danda'uu
-
Sararoota hiituu xiyyoo sararoota of danda'a tokkon ykn lama ofkeessaa qabu. Jijjiiraan moogaa tokko qofaan taasiffamu, moggaa isa birroorratti galtee tokkoolee hin qabu.
Meshaalee Qonyoo akkamitti akka fayyadamtu
-
Kamshaa fakkasaa irraa, kamshaa Qonyoowwan baniitii meeshaa Qonyoo fili.
-
Iddoo sajoon akka sif jalqabuu barbaadduutti cuqaasi fi qonyoon kallattii kamitti akka deemu barbadetti harkisi. Sararri dhorkaa kallattii agarsiisa.
Yemmuu kallatti tarsaa digrii 45'n murteessuuf, harkistu, Jijjirraa gadi qabi.
-
Iddoo qaphxii too'annoo duraa jirtuuti hantuuttee baasi.
-
Iddoo segmanti qonyoo akka sidhuumtu barbaadutti, qarree siqsi. Qonyoon kunis qarree hordofa.
-
Kanneen itti aanana keessaa tokko hojadhu:
-
Sarara kaasani xumuruuf, iddoo qaphxii Maayyiirratti lama cuqaasi.
Boca marfamaauumuuf, qaphxii jalqaba sararaa lama-cuqaasi.
-
sarara hiituu dabaluuf, qabduu hantuuttee cuqaasitti baasi. Segmenti itti annuu fakkii kaasuuf, hantuuttee siqsi.
-
Sarara hiituu laafaa dabaluuf
Akkaataa fayyadaminsa meshaa sarara unka akka feetee
-
Kamshaa fakkasaa irraa, Curves masaka fi Sarar unkaa Bilisaameeshaa filadhu.
-
Iddoo qonyoon akka sif Egalu barbaaduutti cuqaasi, qabduu hantuuttee gadi qabi turi.
-
Akkuuma koobbee goggoggaadhaan hojatu sarara unka akka feetee kaasi.
-
Sararicha xumuruuf qabduu hantuuttee baasi.