Baqqaanoota saaguu

Fakkasu Baqqaannoota garagaarsa Fakkasaa LibreOffice keessa.

  1. Iddoo cancaala baqqaana gara jalaa jiruu mirga-cuqaasi fili.

  2. Baqqaana Saagifili.

  3. Sanduuqa Maqaa keesssatti baqqaanicha maqaa barreessi.

  4. Iddoo Amlootaa keessatti, baqqaanichaaf dirqaloota qindeesii.

  5. TOLE cuqaasi. Baqqaanni haaraan battaluumatti baqqaana ka'a.

Amloota baqqaanaa jijjiiruuf, cancaala maqaa baqqaanaa cuqaasi, kana booda Dhangi - Baqaana fili.

Sajoo Yaaddannoo

Maqaa ykn baqqaana Fakkasaan dur murta'aa LibreOffice jijjjiiruu hin dandeessu.


Waa'ee Baqqaanoota

Wantoota gara baqqaana adda addaatti siqsu

Baqqaana Waliin Hojachuu