Wantoota gara baqqaana adda addaatti siqsu

Fakkasu Baqqaannoota garagaarsa Fakkasaa LibreOffice keessa.

  1. Hanga qarreen wantoota balaqqeesa'utti cuqaasitti gadi qabi.

  2. Gara cancaala maqaa baqqaanaa wanta tokko itti siqsuu barbaaduutti, wanticha harkisi.

  3. Wanticha gadhiisu.

Waa'ee Baqqaanoota

Baqqaanoota saaguu

Baqqaana Waliin Hojachuu