Fuuloota HTML gara pirezenteshiinootaatti saaguu

Faayilii barruu barbaaddee, barruu gumeewwan HTML dabalate,

Faayiliirraa barruu gara islaayidiitti saaguuf:

  1. Iddoo islaayidii keessatti barruu saaguu barbaaddutti Saagi - Faayilii.

  2. "Barruu" ykn "Gamee HTML" akka Akaakuu Faayilii fili.

  3. Faayilii barruu ati dabalu barbaadduu of keessaa mul'isi, kana booda Saagi cuqaasi.

Faayiliichii barruu yoo barruu saagamuu qabuu olitti of keessaa, Qabaate, barruu islaayidoota baay'eerratti qoqooduu dandeessa.

  1. Halata gulaali galchuuf, barruu saagamee keessa lama cuqaasi.

  2. Barruu hunda kan bal'ina islaayidii jala jiru +X dhiibii cuqaasi.

  3. Saaguu – Islaayidii, fi +V dhiibi filadhu.

  4. Haanga barruun hundi islaayidii irratti argamuu danda'utti sadarkaalee 1 hanga 3 jiran irra deebi'i.

Dhangii HTML keessatti pirezanteeshiini olkaa'u