Guttinsa Duubee Islaayidii Jijjiruu

Halluu duubee ykn guutiinsa duubee islaayidii ammaa ykn islaayidoota galmee keeti keessa jiran hundaa, jijjiiruu dandeessa. Guutiinsa duubeetti, cabasu, gargartoo ykn calaqqee suurxiqqoo fayyadamu dandeessa.

If you want to change the background fill for all of the slides, choose View - Master Slide. To change the background fill of a single slide, choose View - Normal.

Halluu, gargartoo, ykn sarxaa cabaa duubee islaayidootaaf fayyadamuuf

  1. Choose Slide - Properties, and then click on the Background tab.

  2. Iddoo Guutiinsaatti, kanneen armaan gadii keessaa tooko hojadhu.

    Halluu fili, kana booda tarree keessa halluu cuqaasi.

    Gargartoo fili, kana booda tarree keessa halata gargartoo cuqaasi

    Cabsuu fili, kana booda halata cabsuu cuqaasi.

  3. TOLE cuqaasi.

Duubbee islaayidiitiif calaqqee fayyadamuuf

Calaqqee mara akka duubbee islaayiditti mul'isu dandeessa, ykn duubbee sasxa'ee uumuuf, calaqqee daltuulu dandeessa.

  1. Choose Slide - Properties, and then click on the Background tab.

  2. Iddo Guutiinsa keessatti, suurxiqqoo fili, kana booda tarree keessaa calaqqee cuqaasi.

    Sajoo Yaaddannoo

    Yoo calaqqee maamiloo duubbee isalaayidiitiif fayyadamu barbaaddee, Qaaqa Qindaa'ina Fuulaa cufi, kana booda Dhangii – Bal'ina fili. Caancala Suurxiqqoowwan cuqaasi, kana booda Alaaguu cuqaasi. Calaqqee alaaguu barbaadduu mul'isitti Bani cuqaasii. Yemmuu gara caancala Duubbeetti deebitu, calaqqeen alaagdee tarree Suurxiqqoo keessatti taa'a.


  3. Kanneen itti aanana keessaa tokko hojadhu:

    Calaqqee mara akka duubbeetti mul'isuuf, Iddoo bal'inaa keessaa saanduqa filannoo Daltuuli haqi, kana booda TaasisaaOfmaa fili.

    Calaqqee duubbeerratti dultuuluuf Daltuuli filitii, dirqalaalee Hammamtaa, Iddoo, fi Iddoodaa qindeessi.

  4. TOLE cuqaasi.

Fooyyeffamni kuni galme pirezanteshiinii ammaa qoofaaf fayyada.

To save a new master slide as a template

  1. Choose View - Master Slide to change to the master slide.

  2. Choose Slide - Properties to change the slide background, or choose other formatting commands. Objects that you add here will be visible on all slides that are based on this master slide.

  3. Mul'annoo hundataa cufuuf, Mula'nnoo Baratamoo fili.

  4. Choose File - Templates - Save As Template to save the document as a template.

  5. Qajoojichaaf maqaa galchi. Akkaakuu kana "Qajoojiilee kiyya" kan jedhuurraa hin jijjiirin. Tole cuqaasi.

Now you can use the Templates window to open a new presentation based on your new template.